09/12/2025
Another beautiful memory from our Culture day❤️❤️
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kamara School, School, Adama.
09/12/2025
Another beautiful memory from our Culture day❤️❤️
09/12/2025
One world, One School, countless stories ❤️❤️❤️
27/11/2025
27/11/2025
Sirna Gaggeessaa Barattoota Yun/ Harraambee Carraa Barnootaa fi Hojii biyya alaa Argataniif . Yunivarsitiin Harraambee Barattootasaa Dorgomuun Carraa Barnootaa fi Hojii Biyya Xaaliyaanitti Argataniif Gaggeessaa Taasise.
18/11/2025
Guyyaan daa'immanii akka idil addunyaatti kabajamu akka Magaalaa Adaamaatti mana barumsaa keenya keessatti haala hoo'aa ta'een kabajameera. Guyyaa kana ilaalchisee Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalichaa fi hoggantoonni biroo ergaa jajjabinaa fi barumsa qabu barattoota keenyaaf dabarsanii jiru. Barattoonni gumii aartiis agarsiisia dhiheessaniin saganticha miidhagsuun hawataa akka ta'u taasisanii jiru.
አለም አቀፍ የህፃናት ቀን በአዳማ ደረጃ በትምህርት ቤታችን በደማቅ ሁኔታ ተከብሯል:: ዕለቱን አስመልክቶ የከተማ አስተዳደሩ ምክትል ከንቲባን ጨምሮ ሌሎች አመራሮች ለተማሪዎቻችን ትምህርት አዘል መልዕክት አስተላልፈዋል:: የአርት ክበብ አባል ተማሪዎቻችን በድንቅ የመድረክ ስራ ለፕሮግራሙ ድምቀት ሰጥተዉታል::
17/10/2025
Beyond the textbooks: teaching respect, honor, and patriotism. Our high schoolers made this Flag Day special.
11/10/2025
Huge congrats to the brilliant Yabets Mulachew for landing a full scholarship + job in Italy! So proud of you! Your hard work finally paid off! Go shine! ✨🇮🇹 And this is just the beginning; There’s so much more success coming for our Kamara Students 👏
Congratulations for those qualified students for 2025 Academic first round Scholarship opportunities.
Our school offers high-quality education from Kindergarten to Grade 12.
07/08/2025
Oduu Gammachiisaa!!!
Barattoonni qabxii ol'aanaa galmeessan badhaafamanii jiru.
Mana barumsaa kaamaaraatti barattoota qormaata Naannoo kutaa 8ffaa, akkasumas kanneen daree isaanii irraa qabxii ol'aanaa galmeessuun xumuramiif Badhaasni adda addaa kennameefii jira.
Haaluma kanaan:
-Barattoota qormaata Naannoo kutaa 8ffaa qabxii ol'aanaa galmeessaniif Bara Barnootaa 2018 titti:
1. kanneen qabxii giddugaleessaa 94 ol galmeessaniif guutumaanguututti carraa Barnoota bilisaa (scholarship) argatanii jiru.
2. Kanneen qabxii giddugaleessa 90 ol galmeessaniif parsantii 50 carraa Barnoota bilisaa (scholarship) argatanii jiru.
-Akkasumas barattoota 7 KG hanga sadarkaa 2ffaa akka waliigalaatti tokkoffaa bahaniif guutumaanguututti carraa Barnoota bilisaa (scholarship) akkasumas Badhaasni geebaa kennameefii jira.
Maatiins ta'ee Barattoonni carraa argataniin gammachuu itti dhagahame ibsachuun badhaasichi kana caala akka hojjataniif hamilee kan itti horu ta'uu ibsatanii jiru.
Ammas irra deebinee baga gammaddan isiniin jenna.
07/08/2025
መልካም ዜና❗️❗️❗️
በካማራ ት/ቤት ከፍተኛ ዉጤት ያስመዘገቡ ተማሪዎች ተሸለሙ፡፡
ካማራ ትምህርት ቤት በ2017 የትምህርት ዘመን በ8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተናም ሆነ አመቱን ከየትምህርት ክፍላቸዉ በከፍተኛ ዉጤት ላጠናቀቁ ተማሪዎች የተለያዩ ሽልማቶችን ሰጥቷል፡፡ በዚሁ መሰረት
• የ8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ከ94 በላይ አቭሬጅ ያስመዘገቡ ተማሪዎች ለ2018 የትምህርት ዘመን ሙሉ በሙሉ ነፃ የትምህርት ዕድል አግኝተዋል፡፡
• የ8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ከ90 በላይ አቭሬጅ ያስመዘገቡ ተማሪዎች ለ2018 የትምህርት ዘመን ግማሽ ነፃ የትምህርት ዕድል አግኝተዋል፡፡
• ከኬጂ እስከ ሁለተኛ ደረጃ አጠቃላይ የአንደኞች አንደኛ የሆኑ ሰባት ተማሪዎች ለ2018 የትምህርት ዘመን ሙሉ በሙሉ ነፃ የትምህርት ዕድል እና የዋንጫ ሽልማት አግኝተዋል፡፡
በተሰጣቸዉ ዕድል ተማሪዎችም ሆኑ ወላጆች ደስተኛ መሆናቸዉን ገልፀዉ ሽልማቱ የበለጠ ጠንክረዉ እንዲሰሩ ሞራል እንደሚሆናቸዉ ገልፀዋል፡፡
በድጋሜ እንኳን ደስ አላችሁ!
06/08/2025
Exciting opportunities are on the horizon for our Kamara students — stay tuned! Congratulations to our Harambee students living in Italy! Harambee University