Mana Barumsa Sabaallee sad. 1ffaa 1- 8 Sabale primary school

Mana Barumsa Sabaallee sad. 1ffaa 1- 8 Sabale primary school Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Barumsa Sabaallee sad. 1ffaa 1- 8 Sabale primary school, School, odasabale, Adama.

Kabajamtoota Fi Jaalatamtoota Mana Barumsa Sabaallee keessatti barattanii iddoo garagaraa jirtan hundaaf.....GODINA HARA...
24/03/2024

Kabajamtoota Fi Jaalatamtoota Mana Barumsa Sabaallee keessatti barattanii iddoo garagaraa jirtan hundaaf.....
GODINA HARARGHEE LIXAA AANAA ODAA BULTUM Araddaa SABAALLEE keessatti kan argamu Mana Barumsa Sabaallee sadarkaa 1ffaa Hayyoota Mani Barumsa Kun akka arra Barreessuu danddeessu,Dubbisuu danddeessu, Ballistee yaaduu danddeessu Fi jireenya amma jiraachaa jirtuuf ka'umsa siif ta'e hundinuu, na deeggara na bira dhaabbadha isiniin jettii harmeen keessan Mani Barumsa Sabaallee sad. 1ffaa

Kaayyoon deeggarsicha:
* Hojii baru barsiisuu bara 2016 boodaaf haala mijataa uumuun, akkasumas rakkoolee gurguddaa mana Barumsa keessatti mul'atan furuun, Barattoota gahumsa Fi dandeetti qabaachuun Naannoo Fi Biyyaa wajjiin doromuu danda'an oomishuudha.

# Rakkoolee gurguddaa deeggarsa keessan barbaaddan
1.Kitaaba Deeggarsa(Gaa'idi)
Kunis sirni Barnoota erga jijjiramee rakkootu Jira.
2.Dareen Barnoota baayyee haaroomsa barbaaddi
Kunis: Mana Barumsa hawwataa taasisuun kakka'umsa Fi fedhii barattootni barnootaaf qaban waan dabaluufi.
3.Teessoo barattoota
Kunis: teessoon barattoota bara baraan waan hin hojjataminiif rakkootu jira.

Footoo muraasa Qabxii 3n kana

Aanaa Odaa Bultum Mana Barumsa Sabaalleetti Guyyaa 12/7/2016 Daawwanna daree barnoota Ergaa gaggefamee booda mariin bal'...
21/03/2024

Aanaa Odaa Bultum Mana Barumsa Sabaalleetti Guyyaa 12/7/2016
Daawwanna daree barnoota Ergaa gaggefamee booda mariin bal'aa Dhimmaa Haftee barattoota Fi deeggarsa barattoota Kuta 6 Fi 8 ffaaf taasisuu, gorsaa hayyoota obbo Mahammad Abdulaziiz Fi I/A Waajjira Bulchiinsa obbo Abdulaziizin taasifamee.

Fooyya'insa Qabxii barattoota irraatti Barsiisota, Barattoota Fi Maatii barattoota waliin marii bal'a gaggeefame
07/03/2024

Fooyya'insa Qabxii barattoota irraatti Barsiisota, Barattoota Fi Maatii barattoota waliin marii bal'a gaggeefame

Qormaata xumura sim.1ffaa bara 2016
05/02/2024

Qormaata xumura sim.1ffaa bara 2016

23/10/2023
26/07/2023

Address

Odasabale
Adama
1

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00

Telephone

+251962274674

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Barumsa Sabaallee sad. 1ffaa 1- 8 Sabale primary school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Mana Barumsa Sabaallee sad. 1ffaa 1- 8 Sabale primary school:

Shortcuts

Share

Category