23/06/2025
Breaking News!!
Pireezidaantiin Raashiyaa duraanii akka jadhaniitti biyyoonni lama kan maqaa isaanii kaasuu hin barbaanne meeshaa waraana Niikuleera Iraaniif kennuu akka barbaadan himeera. Trump akka jadhetti nuti Niikuleera waggaa 20 as oomishame qabna jachuun if jajjabeessaa jira Jadhu miidiyaaleen gurguddaan Ameerkaa dubbiin kun mata dhukkubbii itti ta'e gabaasa jiru. Ammatti maqaan biyyoota lamaan Iraaniif meeshaa Niikuleera kennuu barbaadanii hin ibsamne. Kun icitiidha. Hin ibsamuus...😎💥💪👏👇
ትራምፕ Trump
Murti Guuto
Asiledin Mohammed
Fromsa Tahir
Abu Mus'aab
Ahafiezcitizens Yamal
Lelisse Busha
Aman Teyib Husen
28/01/2025
30/04/2024