19/04/2024
artist Umar Suleymaan bakka gargaarsi maltuun naaf dhaqqabi jedhee waanuama Qaburraa qarshii kuma shantamii tokko 51000 natti ergeera anis insha Allah bakkaanin gahaafi
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ibsaa best, College & University, 11, Adama.
19/04/2024
artist Umar Suleymaan bakka gargaarsi maltuun naaf dhaqqabi jedhee waanuama Qaburraa qarshii kuma shantamii tokko 51000 natti ergeera anis insha Allah bakkaanin gahaafi
02/04/2024
Innaalillaahi wa’innaa Ilayhi Raaji’uun
Haji Muhammad sa’id umaraaf deemanii makkatti guyyaan baallama isaanii itti dhuftee fuula Rabbi deemaniiru baallamni du’aa bakka hin filattu akka hin filattu
Namni biyyaaf jiraatu biyyarraa du’a
Gariiin baannoorraa dua’a gariin gandarraa dua’a gariinis mana isaa qofarraa dua’a isaan garuu nama biyyi dhabe
Rabbiin ija Rahmataatiin isaan haamil’atu
Duaa’ii godhaafi
Rabbiin warra nagaan somana kana egu nuhaa godhu sa'a hanga hafte tana egun waan jabduudha
04/04/2023
Wow maasha allah
07/02/2023
Alhamdulillahi jechumaafi
Wallo koo