27/11/2019
Guyyoota bareedaa dabarsuu barbaadduu?
Torban keessan yoo Barruu Gullallee waliin godhattan, guyyoota bareedoo qabaachuudhaan, odeeffannoowwan madaalawaa ta'an ni argattu.
Gullallee Post Afaan Oromoo torban kanaa, /Jildii 1ffaa, lakk.5ffaa/ qabiyyeewwan babbareedaa armaan gadii of keessatti qabatee dhufaa jira.
1. Ilaafi ilaamee, B/J Haayiluu Gonfaa waliin /Dhimma Boordii filannoorraa waraqaa seera qabeessummaa dhabuu paartiisaanii ilaalchisee/
"Ragaa waraqaarraa utuu hin taane,
ABO’rraa dhimma qabna"
2. Obomboleettii Bidiruu ce'umsaa raase!
3. Waraana waliinii gowwaan dhuunfaaf kenne /Taateewwan tibbanaa/
4. Egeree Qarreefi Qeerroo Oromoo Maal ta'uu qaba? /Akeeka hayyuu/
5. Koomaandi Postii jalatti...
6. Hariiroo Oromoofi Itiyoopiyaa: Har'aafi kaleessaa
7. HAAFUURA PAARTIIWWAN SIYAASAA
• ABO
• PBO
• KFO
8. Waamicha Qeerroo...
Hayyoota Oromoo garaagaraa kan irratti hirmaatan yeroo ta'u, odeeffannoowwan qabatamoo kan gurra isin buusudha.
Yaada dursaa; odeeffannoo madaalawaa!
Godinaalee garaagaraatti raabsuuf warri barbaaddan nu quunnamaa.
Bilb +251115578015