Argamaa Fufaa Oromticha

Argamaa Fufaa Oromticha

Share

Amanamummaan qabeenya guddaadha

12/05/2026

waaqshuuuuuukoooo nuuf jiraadhu namako

10/05/2026

ela ammayyu Elaamee

10/05/2026

Tuuta deeggarsaa hin barbaaduu Dhugaan of damda'aadha
Hin sodaatu humna dhabe qofamasa gahaadha

03/06/2024

Achumaa kaata
Gaaratti baataa

30/04/2024

Kunooti 'Bank Account' Banameefira🙏
Please 🙏
===================================
Obboleetti keenya gidduu kana gitaaran Faarfannaan farfachaa turte video ishee erga maxxansine booda namoonni baay'een akka gargaaruu barbaadani fi account ishee nuf ergi jecha turtan har'a 'book account' afur (4) maqaa Isheetin banamee naf ergameera. Obboleettin Kun Ayyaana faarfannaa dinqii qabdi garuu haalli jireenya itti ulfaatee rakkina an dararamti. Ijoollee 5 qabdi rakkina hamaa keessa jirti. Egaan amma jaalala keenya Obboleetti kanatti haa agarsiisnu.
Akkamitti Gargaarra?
1👉Lakkoofsa baankii arman gadii kana irratti maallaqa amma dandeenyu haa gargaarru.
1000624971737 CBE
013201336500800 Awash
1705479100001 OROMIA
1033300323684 COOP
HANA DALASA
2👉muziqeessitoonni studio faarfannaa qabdan obboleettii Kanaf farfannaadhuma 1 fi 2 illee isponsara ta'afi. Akkasumas namoonni production qabdan video 1 illee waamaa hojjachiisaa.

3👉Obboleettin Kun amma waldaa Obbolootaa burayyuu naannoo gafarsa jiru kessatti tajaajilaa jirti. Kanaaf waldoolin kiristiyaanaaa obboleetti kana gara waldaa keessanitti waamuun ayyaana ishee kana irraa qooddadhaa🙏

4👉 ergaa kana namni dubbiste immoo gochun hiriyoota keessanif hiraa!

Riisitii immoo karaa keessaa naf erguu dandeessu!

27/04/2024
Photos from Argamaa Fufaa Oromticha's post 28/11/2023
29/06/2022

Dukkanni guddaan waaqayyo keessatti Si wajjin jiru ,Ifa guddaa waaqayyo keessatti Si wajjin hin jirre caalaa ifaadha.

14/06/2022

Callisuu dadhabuu!

06/06/2022

2xim 2:1-13

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Wast
Adama