Hundee page

Hundee page

Share

Hundee man Oromoo

11/10/2025

Sooromuuf jettee of hin dadhabsiisin, Soorumni akka wanta baallee qabuutti, akka joobiraattis qilleensa keessa balali'ee, hamma liphsuu ijaatti ija namaa duraa in sokka.

02/04/2025

Qalii koo

01/04/2025

Oromoo koo

01/04/2025

Gammachuuf kolfikoo
Dhukkuba siif taanaan
Mataatti ol si baanaan
~
Fala isaan siif dhaamaa
Ilaa dhaggeeffadhu
Daandii narraa si fageessu
Soqii mijeeffadhu
~
Maalif beekta?
Hammuman tiradhu
Of cimsee jabaachaa
Inaaffaan dhibeedha
Ittuu si maraachaa!

07/07/2023
Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Dabiidoloo
Adama