Magartu Husen Mayra

Magartu Husen Mayra

Share

Oromo Euros group

18/09/2024
06/10/2023


💪💪💪

Photos 24/05/2022

Dhukkuba hamaa jaalala ho'aa Mulugeetaafi Tigist karaatti hambise
==//==
Wal baranii baatii saddeet qofa booda jaallalleewwan kunneen bara 2014tti gaa'ila dhaabbatan.
Guyyaa cidhaa isaaniitti aanees yeroo garii dabarsuuf bashannannaaf imalan. Haata'u malee, yeroon bashannanaa sunis akka eegan hin taane.
Tigist bashannannarraa osoo jirani dhukkubsatte.
Kun jireenya isaanii geeddare.

Seenaa isaanii guutuu dubbisuuf ==>> https://bbc.in/38DEz5n

21/05/2022

Hin heerumin....
*Umriin kiyya deeme (jaare) jettee...
*Kophummaan natti dhagahame jettee...
*Diinagdeedhaan na gargaaruu danda'a jettee..
*Walqunnamtii saalaaf jettee...
*Isaaf waan ulfoofteef qofa jettee...
*Isa dhabuu hin barbaadu jettee....
*Filannoo maatii keetii qofa waan ta'eef jettee....
*Sababa yaada gaa'ila gaggeeffachuu jaalattuuf qofa jettee....
*Daa'imman godhachuu waan hawwiituuf qofa jettee....
*Sababa hiriyoonni kee martuu heerumaniif jettee....
*Namni itti heerumtu sun sadarkaa barnootaa gaarii sababa qabuuf jettee hin heerumin. Haa ta'u malee, hiriyaa kee isa dhugaa kan onnee qulqulluudhaan si jaalatu, isa yaada kee si hubatuufi kaayyoo kee akka galmaan geessuuf yeroo mara si waliin ta'u sanitti heerumi.
Waaqni nama dhugaan isin jaalatu isiniif yaa kennu!!!

Photos from Magartu Husen Mayra's post 26/02/2022

Oromoon sabonuma hin qabne oromoo jedhee ofii himu hin qabu😍😍😍😍😍♥️♥️♥️

23/11/2021

Tooftawwan Nama Jaallatan Ittiin Dagatan
__________________________________________
Yoo sitti tole share godhi
https://youtube.com/channel/UCgCt54jI5rOiUh7QKF3vIbQ
◈ Jaalala eegaluun hedduu salphaadha, garuu
keessaa bahuun hamma jedhamuu ol namatti ulfaata.
Nama dhugaan jaalattu gaafa dhabdu addunyaan kun
sitti dukkanoofti. Gaafa nama jaallataniin gargar
bahan, jireenyi namatti ulfaata, waan of dura
tarkaanfachuun hin danda'amne namatti fakkaata.
Garuu adda bahuun dirqama ta'ee yoo argame hariiroo
dabre irraanfachuuf maloota armaan gadii hordofuun
furmaata ni ta'a.

➲ Nama san irraa fagaachuu : Nama sana guyyaa
guyyaan ni argita yoo ta'e ykn oduu isaa ni dhageessa
yoo ta'e irraanfachuun hin danda'amu. Hojii guyyaa
guyyaa keessatti irraa fagaachuu qabda. karaa inni
deemu irraa jijjiirachuu, Iddoon itti wal argitan yoo
jiraate kamuu dhaquu hin qabdu.

➲ Wantoota yaadannoo darbe si yaadachiisan
balleessuu fi ofirraa fageessuu : Bilbila isaa/ishii
ofirraa balleessuu. Kan akka "facebook, telegram"
irratti ofirraa ugguruu(block gochuu). Ergaa
gaggabaaboo duraan walii barreessitan yoo jiraate
balleessuu. Kennaa isa/ishii irraa fudhatte yoo jiraate
ofirraa fageessi. Suuraa isaa/ishee yoo qabaatte,
ofirraa balleessi ykn ofirraa fageessi.

➲ Xiiqii fii haaloo hin qabatin : Yeroo gaddaa fi
miidhaa sirra gahe yaadachuu hin qabdu. Miidhaa
sirra gaheef haaloo bahuu hin yaadin. Xiiqiin waan
jaalala nama qabsiisan keessa isa hangafa. kanaafuu
xiiqiin sammuu kee keessaa bahuu qaba.

➲ Yaaddoo keessa keetii ibsachuuf yeroo murtaa'aa
fayyadamuu : Isa/ Ishii dagachuu yoo dadhabdee fi
sammuu kee boqachiisuu yoo dadhabde, yeroo
murtaawe tokko fayyadamuun, waan sitti
dhagahamuu fi waan sirra gahe sammuu keetti fidiitii
lammata akka yaaduu hin qabne of amansiisii
faayilicha cufi.
karaa youtube na argatgu subscribe godhaa
https://youtube.com/channel/UCgCt54jI5rOiUh7QKF3vIbQ
Telegram
https://t.me/joinchat/9SSJ4VtUn04wNzZk

29/06/2021

Haacee koo ya ilmaa hundassa
Yommuu hin dagatamtu seena
Kee si Bonsaa

Siidaa hin dullomne ijarate jirta
Onnee oromoota kessati atu hin dune haacee koo

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Firanko
Adama