Daniel Abraham

Daniel Abraham

Share

Yoh 3:16

08/10/2025

(Macaafa Faarfannaa 143 )
------------
10 Ati Waaqayyo koo ti, egaa fedha kee gochuu na barsiisi! Hafuurri kee inni gaariin, lafa wal qixxee irra ana haa geggeessu!

11 Maqaa keef jedhii lubbuu anatti deebisi, yaa Waaqayyo! Qajeelummaa keetiinis rakkina keessaa na baasi!

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Oro
Adama