Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC

Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC "Enhance agricultural production and productivity through innovation, adoption, implementation and dissemination of appropriate agricultural technologies."

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu hojii Qorannoo fi baayyisa sanyii Qamadii gosa gara garaa hawaasa wajjiin t...
21/08/2026

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu hojii Qorannoo fi baayyisa sanyii Qamadii gosa gara garaa hawaasa wajjiin tahuun hojjachaa jiru bifa hawataa fi abdachiisaa irra akka jiru ilaallameera.

Giddugaleessi keenya Projectii "Inclusive and Sustainable Agricultural Value Chains Development in Oromia (ISVCDO)" wajji tahuun Aanaa 2 irratti hojjachaa jira. Haaluma kanaan hojiin baayyisaa fi Qorannoo Aanaa Dugdaatti hektaara 15 irratti hojjatamaaru daawwatameera. Progress bareeda argisiisaa akka jirus beekkameera.
Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO
Oromia Communication Bureau
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa
Ministry of Agriculture - Ethiopia
Lemi Korso
Ethiopian Institute of Agricultural Research - EIAR
OBN Afaan Oromoo

18/08/2026

Biotechnology for Banana multiplication at Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC. Expert detailed explanation. Robsan Amente thanks for your effort.

18/08/2026

Saayinsii Baayooteknoloojiitti fayyadamuun baayyisuun hawaasaaf raabsaa jirra. Malli Saayinsiin kun Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu tti akkamitti hojirra oolaara? Gara fulduraa maaltu yaadameeraa fi ibsa dabalataa Qorataa fi Dursaa garee Baayooteknoloojii kan tahan Obboo ( Robsan Amente ) ibsa baldhaa fi isin fayyadu kennaniiru. Dhageeffachuun waliif qoodaa. πŸ™πŸ™

Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa
Ministry of Agriculture - Ethiopia
Ethiopian Institute of Agricultural Research - EIAR
Oromia Communication Bureau
Abiy Ahmed Ali
Shimelis Abdisa
Lemi Korso
Dr Gebawo Tibesso
OBN Afaan Oromoo

17/08/2026

multiplication by using Biotechnology (Tishu Culture) at Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC

17/08/2026

Hojiilee fi Baayyisa Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu tti garee Qorannoo tiin hojjatamaaru suuraadhaan.

Adeemsi Qorannoo fi ibsi guutuun Qorataa Baayooteknoloojii tiin ibsi irratti kenname qindaahee maxxansa itti aanuun kan isin bira gahu taha.
Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa
Oromia Communication Bureau
Oromia Prosperity Party / OPP /
OBN Afaan Oromoo
Abiy Ahmed Ali
Shimelis Abdisa
Robsan Amente
Lemi Korso
Gebawo Tibesso
Ethiopian Institute of Agricultural Research - EIAR
Dr Gebawo Tibesso

13/08/2026

!!
===
Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO

  🐣🐣🐣===Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu tarsiimoo fi inisheetiivii Qonnaa mootummaan fayyadamummaa hawaasaa...
11/08/2026

🐣🐣🐣
===
Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu tarsiimoo fi inisheetiivii Qonnaa mootummaan fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf baase fudhatee hojiilee kallattiin hawaasa fayyadan hojjachuun hawaasa fayyadamaa taasisaa turuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan bara kanas sanyii Lukkuu gosa jedhamanii fi bu'aa gaarii hawaasaaf buusan jedhaman karaa deeggarsa pirojektii FRSP tiin galchuun hawaasa biraan gahuuf hojjataa tureera.
🐣
Haaluma kanaan hojiin madaqsuu fi qorannoo addaa addaa hojjataa turre bu'aa buusee yeeroo ammaa kana baayyisuun hawaasa biraan gahuuf haalduree hunda xumurree akkaatama barameen qaamolee hawaasaa ulaagaa guutan galmeessuun cuucii raabsuuf hojitti galleerra.
🐣
Kanaafuu namoonnii fi waldaaleen horsiisa lukkuu kanaa irratti hirmaachuun hojitti galuu barbaaddanii fi ulaagaalee armaan gaditti ibsame guuttan hatattamaan akka galmooftanii fi dabaree qabachuun fayyadamaa taatan kabajaan isin beeksifna.
🐣
!
===
:- Muxannoo lukkuu horsiisuu fi iddoo itti horsiisu qabaachuu isaa xalayaa ibsu waajjira Qonnaa irraa dhiyeessuu.
:- Tarsiimoo mootummaan baasee kanatti fayyadamee ofis fayyadee nama biroos fayyaduuf kutannoo qabaachuu.
:- Nyaata, Qorichaa fi meeshaalee horsiisa isaaniif barbaachisu kan guuttate tahuu.
:- Hojii eegale kana harcaatii tokko malee galma geessuuf kutannoo qabaachuu fi bu'aa argamurraa fayyadaamaa tahee biyyis akka fayyadamuu dandeessu fakkeenyummaan nama hojjatu tahuu.
:- Hojii hordoffii fi gamaaggamaa Giddugaleessi keenya gaggeessuuf yeeroo kamuu karra isaa banaa godhuu fi duubdeebii itti kennamu kamuu hatattamaan hojitti hiikkuuf eeyyamamaa tahuu dha.
πŸ”πŸ”πŸ”
Namoonnii fi waldaaleen ulaagaalee armaan olitti ibsaman guuttan galmaahuun dabaree akka qabattan isin beeksifna.
🐣

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Dr Gebawo Tibesso
:- +251912152764 fi

:- 092 109 8991 qunnamuu dandeessu.
πŸ”πŸ”πŸ”
Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO
Oromia Communication Bureau
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa
Oromia Prosperity Party / OPP /
Ministry of Agriculture - Ethiopia
Abiy Ahmed Ali
Shimelis Abdisa
OBN Afaan Oromoo
Lemi Korso
Robsan Amente
Ethiopian Institute of Agricultural Research - EIAR
fans
πŸ£πŸ£πŸ”πŸ”
!
!!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Telegram_Links:-
πŸ‘‰ https://t.me/atarcagritech

Whatsup_Link:- https://whatsapp.com/channel/0029Vb8GRguCRs1g33k1I52M

Tiktok_Link:-
πŸ‘‰https://www.tiktok.com/

Facebook_Link:-
πŸ‘‰https://www.facebook.com/atarc2025

YouTube_Link:-
πŸ‘‰ https://youtube.com/

Koreen Naannoo fi Federaala irraa dhufan haala qophii   simachuuf Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu taasisaa ...
10/08/2026

Koreen Naannoo fi Federaala irraa dhufan haala qophii simachuuf Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu taasisaa jiru daawwatan. Daawwannaa isaanii kanaanis haalli amma jiru gaarii akka tahee fi hojiileen muraasni hafan akka xumuran jechuun yeeroo gabaabaa booda sanyiin re'oota kanaa akka nu bira gahu dhaamanii Jiru.
Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa
Oromia Communication Bureau
OBN Afaan Oromoo
Oromia Prosperity Party / OPP /
Abiy Ahmed Ali
Shimelis Abdisa

 !!πŸ₯‡πŸ€We planted for coming Generation!!🌳🌳🌳
04/08/2026

!!πŸ₯‡πŸ€

We planted for coming Generation!!
🌳🌳🌳

Address

Oromia
Adama
229

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC:

Shortcuts

Share