G2 G2 oromiya G2

G2 G2 oromiya G2

Share

Hacalu

01/11/2023

The Legend Artist Yosan Getahun & Bisrat Surafel

01/11/2023

Biyya dhiifama hin beekne keessatti dhiitamni waanuma jirudha. Balleessaakee caala Oromummaa lallabuu keetu gatii si baasisaa jira.

Atiis oromoof oromummaa lalaaba
Ofiif sagaleeyu dhabdee 😢

01/11/2023
01/11/2023

💚💚💚💚💚💚💚💚Today Best Photos🎁
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ❤️❤️
❤💚❤❤💚❤💚❤💚❤
🕌🕌🕋🕋🕌🕌🕋🕋🕌










Actres # jamilanagudu with and also known as in movie📽📺👈

01/10/2022

◈Quuqamni oromummaa Suma waliin duutem hacee Koo !
➵Dhugaan ati dhabde turee bulee soba dhale!
◈The truth you lost stayed and gave birth to lies !

27/09/2022

Namni addunyaa kanaaf bu’aa buusaa umrii isaa itti fixate gaafa du’e addunyaa hir’isa
Sheekni kun jireenya isaani osoo Islaama khaddamanii umrii fixatan
Aangawonni Masrii hidhaa sunnaa firawunaa kan fakkaatu keessatti Azaaba waan isaan erraan hin geenye hin qaban
Lubbuun guyyaa isii male hin baatuuf yoona gahan male erra caalaan saahiboonni isaanii kumaatamaan ajjeefamanii dhumani isaanis biyyaa ariamanii mootummaan Qaxar Lammummaa kenniteefi haga Du’a isaanii kanatti achuma jiraatan. Akkasumaa wajjin takkaa khidmaa islaamaarraa dhaabbatanii hin beekan roorroo ilmaan namaa osoo morman guyyaan isaanii dhumte.
Waan nama dhibu Aanga’oonni masrii warri nama fixaa bahan erra caalaan isaanii duniyaarraa deemaniiru. As hafuun hin jiruga fuula Rabbiitti wal arguuf taa’u
Dr Yuusuf Rabbi Ija Rahmataatiin isin hamikkatu.

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Adama