Yaa Raabbi kheeyrii Aduunyaa fi Aakkiraa nu keeni!
Yayyuu yusuf
ayyaani irrechaa muulistuu orommumati!
27/09/2021
wbo wabii saba isa keessaa bekkuuf silla lollii taapa
ooguuma meqa baleessine
yaa rabbii gaalmaan nuf gaahi
haaja teenya
kan dhiggaa lamii nagayaa akkan jigsuu
argine hin beeynuu hin dhagenyee
umaani oromoo akka magent tii bilisumaa harkisuuti jira more magentic tahuu qaban ammas
03/01/2021
jaal maarroo yoo umaani koo na deeggaru bate koophee koo guuggubaadha nyaadha jedhee ture ammaa immoo yeroo koophee guubanee nyanuu birra kunee gallanii kan umaata oromoo milliyoona jedhee jiraa
umaani oromoo abdii akka wboti hoorsisee agarsisaa kun arras borus akumaa kallessa itti ha fufuunun dhamsaa kotti jaal keenyaaf bira jira ni degaraa jiraadha dagagga hanga bilisuman dhuftuu
23/12/2020
Abrahim hajii ali fulli rabbii siti ha toolu
gaazaxxessa afaan oromoo, wallissa afan oromoo,taphatta kuuba milla kan hundaa
yeeroo tokko illamuu dajjanee wallin tamsasaa kaallati obn irratti dhaggeffatota birra ni yadan amalee seena ke si ha yadatuu bara barran nagayyan boqqadhuu
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Adama