Dhugaan Barsiisaaf

Dhugaan Barsiisaaf

Share

Haqni hayyuu hin badiin!

01/10/2020

Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) –Ministeerri Barnootaa guyyaa barsiisoota sadarkaa biyyaalessatti kabajuuf qophii xumuruu beeksise.

Ministirri Deettaan Ministeera Barnootaa Doktar Garramaw Hulluuqaa barsiisoonni dhaloota qaruu keessatti ga’ee olaanaa wan qabaniif barsiisootaaf bekkamtii fi ulfina laachuun barbaachisaadha jedhaniiru.

Mootummaan bara kanaa eegalee sadarkaa biyyaalessatti guyyaa barsiisootaa akka kabajamu murteessuu himaniiru.

Guyyichi barsiisoota kabajuu fi qorannoowwan garagaraa dhiyeessuun marii taasisuun yaadamee akka oolu ibsaniiru.

Preezdaantiin waldaa Barsiisoota Ityoophiyaa Dooktar Yoonaas Bantii gama isaaniin guyyicha kabajurra darbee kabajaa fi gaaffii barsiisoota duraan turee deebisuufis ni hojjeta jedhaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

22/09/2020

OBN Fulbaana 12,2013-Guyyaan qormaata kutaa 8ffaafi 12ffaa boru himama.

Hoggansi barnootaa naannoleefi federaalaa dhimmoota murtii barbaadan kanneen akka guyyaa barnoonni idilee itti eegalamu, guyyaa qormaanni kutaa 8ffaafi 12ffaa itti kennamuufi komiiwwan dhaabbilee barnoota dhuunfaarratti boru sa'aatii 9:00 irratti ibsi ni kennama jedhameera.

Kana malees, haala qophiin sirna barnootaa haaraan irra jiru qoratee akka murtii itti kennamtu eegama.

Haala barumsi ga'eessotaa itti kennamuufi raawwiisaarrattis ni mari'atama.

Murtiin irra gahamees boru Ummataaf Sa'aatii 9:00tti ni ibsama.

Maddi: Ministeera Barnootaati.

16/02/2020

Ammas BBO daballii miindaa ilaalchisee haala qubsa hin ta'inin hoogantoota Aanaalee irraa wal gahiif demman kan gadi furedha.kun ammas barsiisaa sobudha wan ta'ef laganaa hojii14/6/2012 irratti harcaatii akka hin uuminee barsiisoonii naannoo oromiyaa hundii keessanu.
Walliif godha.
Dhugaan yommuu Barsiisaaf!

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Adama