For Education only

For Education only Barnoota

01/09/2024

Namichi eegumsa keenyaan har'a gahe kun Eenyu fakkaachuuf renger uffatee ? đŸ˜‚

30/08/2024
21/08/2024
29/11/2022

Alhamdulillaah .

21/04/2021

Dhaloonni Qubee ka'ii wal ijaari.
Gandarraa hamma godinaatti waliin gurmaa'aa.

21/04/2021

Jirtuu.
Jirra nutiis Galata Rabbii.

12/04/2021

Ramadan Karim.

22/03/2021

Akka qeensa kee kan siif hooqu hin jiru. Waan hundumaa keessatti of dandahi.

22/03/2021

Faayidaan Hoggansaa hordoftoota baayyee horachuu osoo hin taane hoggantoota ciccimoo oomishuu dha.

22/03/2021

Namni beekkumsa qabu hiriyaa hedduu qaba. Namni qabeenya qabu diina hedduu qaba.

17/03/2021

Toorri miidiyaa keenyaa deeggarsa keessan malee bilaashi. Wanni nuun deeggartan immoo godhuu qofaatu isinirraa eegama.

17/03/2021

Guyyaatti ergaa gorsa of keessaa qabu sadi isiniin geenya.
.

Address

Teaching
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when For Education only posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to For Education only:

Shortcuts

Share

Category