Feessee Tube

Feessee Tube

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Feessee Tube, College & University, Dirre Dawa, Adama.

29/04/2025

فإن كثرة الصلاة على النبي 👉سبب لكفاية الهم ومغفرة الذنب✅🥀

Yaaddoo fi dhiifama cubbuu gahaa ta’uuf sababa😢😘

By Diinaa Haamid

Photos from Feessee Tube's post 08/12/2024

Sagantaa qubsiisa majliisaa-tiif G/H/Lixaa A/Ciroo Ar/Gilleey jirra.
Sagantaan haala bareedaan eegalteeti jirti.
Xumura isiitiis Rabbi nuuf haa bareechu!

Photos from Feessee Tube's post 26/11/2024

Hospitaalli Giraandi Vaalii Eebbaaf Dhiyaataa Jira. Yoo Rabbi jedhe gaafa 21/3/2017( Gaafa Xinnaa Ganama sa'atii 3:00 irraa Magaalaa Jimmaa Bakka Keessummoonni Gurguddaan argamanitti Ni eebbifama.
Hundumti Keessanuu Affeeramtaniittu.

Obboleessa kiyya Eng. Miftah Jibril baga milkoofte

24/07/2024

Masha Allah Hayyicha Gameessa
Beeka Namaa ""Shek Amiin Ibro""Umrii Nuuf Dheradha🥰

05/04/2024

Mucaan suuraa isaa armaan gaditti argamtuu kun Caalaa Abdulaxiif jedhama.Godina Harargee bahaa aanaa dadar magaalaa soqaa araddaa Gogowisaa.Yomuu tahuu ammaaf kan jiraacha jiruu garuu biyya yemen magaalaa sanaa keessa.Kanaaf mucaan kun osoo imalaaf kara sudii deemaa jiruu gaaratti askariidhaan qabamee of duuba Karaa yemen deebi'aa osoo jiruu makinaan dhooytee mana haakima sirree ciisa jira.kanaaf maattii mucaas tahee nama mucaa kana beekuus hanga ammaati hin agaree waan ta'eef namni mucaa kana beeytan lakkoofsa bilbilla kanarratti nu qunamuu dandeessu.Kanaaf kan hin beeynees share godhaa dirqama oromummaa.Mucaan kun akka mallee miidhamee waan jiruuf guyyaa 15n guutuu waan takka ifiin beekuu waan taheef namni mucaa kanaa hin beeynees share godhaa maatii isaa biraan nuuf gehaa.

10/01/2023
10/01/2023

As wr wb

January 3 Guyyaa Salaasaa 2023 Jijjiirame Jira Akka Nurraan Hafne Galma Sir Ali Muslim Club share walifii godhaa

17/11/2022

Online irra yoo jiraatte Ameen jedhi barreessi
gootuu malee biraa hin darbin
Rabbiin nama dhukkubsate hundaaf fayyaa haa kennu.
Amiin_🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

16/11/2022

Sahiba Kiyya Wly Siin Jaaladha Habibi

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Dirre Dawa
Adama