30/09/2022
" ani saba koo warra ani fo'adhe obaasuudhaaf, lafa onaa keessaa bishaan burqisiisee, laga lafa duwwaa keessas bishaan waanan yaaseef, bineensonni caakkaa ulfina anaaf in kennu, waangonnii fi guchiiwwan na galateeffatu."
(Isa 43: 20)
silaa yesus ayyaana saan nu haguuguu baatee yoonaa daaraa botoroo taanee
29/09/2022
obsuun furmaata waa'ee biyyaa keenyaa ha kadhannuu
27/09/2022
amma humna keenyaa Ummaata horroo guduru wallaga irraa buqqaheef haa hiixannuu
obbooleyyaan keenyaa dubara wallaga jarman jiraatan ha ebbisuu
Amma humna saanii ittii hirmaachaa jiruu
27/09/2022
firdiin kun waaqayyorraa waan hin taaneef akka sirraa kahuu nan amanaa ammasittimmoo obsa jabaan sif dheebodhaa...!
27/09/2022
oromoo maaliif akkasitti dararaamtee sinittii fakkataa..?
Kana argurraa... du'un salphatee nattii mul'ataa
27/09/2022
share subscribe gochudhan wal ha hordofnuuu
27 September 2022
25/09/2022
warra isa sodaatanii waaqayyoo fiixaan baasaa far 145:19
Ameen
25/09/2022
gaarii siniif ha tahuu bonny waliin #
21/09/2022
baga milkooftee
Nu jiraadhuu
20/09/2022
eebbisaa
Ebbifamaa
●nagaadhan
●fayyaadhan
●qabeenyaadhan
19/09/2022
Namni nama kana beektan....
1 maqaasafii...
2 hojiisaa.. comment jalattii bareessaa