Jirra jirtuu
Wanofi advertising
Kun Mana Barumssaa namota ojii garaa garaa ummachudhaf yalaan gargaruudhaf bekumssa qabnnurra qonne
04/04/2021
Gaffis ta,ee yaada yoo qabattan nuf kataba/barressaa
akkam jirtuu kabajamota barattotaa? akkuma bekamuu barumssi (online) nama dhibuu danda'a isa barsiisufis isa baratuufis kessumayyuu dataan vidioo ilaalun bayyee gatiin isa mi;aadha ta'uus mana intarneetii demnee ilaaludha dawiniload gochuudhan irraa fayyadamuu ni dandenya kanafuu jabadhatii baradha gara fula duratti yoo xiqqatee torbanitti vidio tokkoo barachuun dirqama ta'aa akka fedha waqayyoot namoonni akka barataniif afferaa gatii isin in kafalchiisuti
motion logo afan oromootin
kun adobe affter effcti dhaan ojjatame akkamtti akka in ojjatamuumo gafa biraa ilaalla
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Telephone
Website
Address
Oromia
Adama