Simon Tesfaye

Simon Tesfaye Promo

๐™ฉ๐™ค๐™ง๐™—๐™š๐™š  #4๐‘“๐‘“๐‘Ž๐‘Ž ๐™ข๐™–๐™ฉ๐™จ๐™–๐™–๐™œ๐™ช๐™ชโ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โœ๏ธ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ"๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘ข๐‘ ๐‘–๐‘ ; ๐‘˜๐‘Ž'๐‘– ๐‘ ๐‘–๐‘Ÿ๐‘’๐‘’ ๐‘˜๐‘’๐‘’ ๐‘“๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข๐‘ก๐‘–๐‘– ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘š๐‘–! ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘’๐‘’๐‘›. ๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘–๐‘โ„Ž๐‘–๐‘  ...
31/03/2024

๐™ฉ๐™ค๐™ง๐™—๐™š๐™š #4๐‘“๐‘“๐‘Ž๐‘Ž ๐™ข๐™–๐™ฉ๐™จ๐™–๐™–๐™œ๐™ช๐™ช
โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โœ๏ธ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ โ–ฐ

"๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘ข๐‘ ๐‘–๐‘ ; ๐‘˜๐‘Ž'๐‘– ๐‘ ๐‘–๐‘Ÿ๐‘’๐‘’ ๐‘˜๐‘’๐‘’ ๐‘“๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข๐‘ก๐‘–๐‘– ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘š๐‘–! ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘’๐‘’๐‘›. ๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘–๐‘โ„Ž๐‘–๐‘  ๐‘ฆ๐‘’๐‘Ÿ๐‘ข๐‘š๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘“๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘’๐‘’; ๐‘ ๐‘–๐‘Ÿ๐‘’๐‘’ ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘  ๐‘“๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘’๐‘’ ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘š๐‘’!" (๐™ฎ๐™ค๐™ 5แฅ8).

โœ… Yeroowwan darban keessatti torbanoota duraa sadan waliin ilaallee turre. Torban inni #4๐‘“๐‘“๐‘Ž๐‘Ž๐‘› immoo akka Qulqulluu Yaareed kaaโ€™ee faarfatetti jedhamuun waamama.
๐™ข๐™–๐™ฉ๐™จ๐™–๐™œ๐™ช๐™ช jechuun dhukkubsataa jechuudha. Seenaan isaas waggoota 38'f bakkee Cuuphaa Beeta saayidaa jedhamtutti fayyina argachuuf siree isaa irratti maxxanee kan jiraachaa tureedha. Bakkee Cuuphaa kana irratti namootiin fayyan namoota fira qaban ykn namoota humna qaban yemmuu taโ€™u, wanta inni firaaf humna hin qabneef yemmuu ergamaan Waaqayyoo bishaan sana warraaqsu namni isa bishaan keessa isa cuuphu wanta hin jirreef Waggoota kanaaf rakkachaa ture.

โžท Garuu firaaf humna dhabee haa jiraatu malee booddee irratti Gooftaan Keenya Iyyasuus Kiristoos itti dhiyaatee jedheen dhukubsataan sunis ani nama nagargaaru hin qabu; yemmuu ergamaan Waaqayyoo bishaan warraaqsu namni bishaan kana keessa na buusu waan hin jirreef namootiin humnaaf fira qaban na dursu jedheen.
Yemmuu kana Gooftaan keenya Iyyasuus kiristoos โ€œKaโ€™iitii siree kee baadhuu deemiโ€ jedheen. Matsaaguunis fayyaa isaa argatee siree isaa baate deemuuf dandaโ€™eera. Kana kan godhe Gooftaa Keenya Iyyyasuus kiristoosi.

โžท Harโ€™as namoonni adda addaa nama isaan gargaaru dhabuudhan rakkina adda addaatiin fayyaa isaanii dhabaa jiru. Nama taโ€™uu jechuun ykn kirstaanummaan nama nama dhabeef nama taโ€™uudha. Nama rakkachaa jiruuf qaqabuudha, kan nuti Gooftaa keenya irraa barannus kanadha.
Guyyaa kanatti hayyichi Yaareed guyyaa Sanbataa dhukkubsattoota Gooftaan fayyise hundumaa yaadachaa jireenya fi qoricha isa taโ€™e Iyyasuus Kiristoosiin fayyani jedhee faarfate. Faarsaan inni Afaan Giโ€™iizidhaan yeedaloodhaan kitaaaba isaa

18/06/2022

Address

Fichee
Adama
NO

Telephone

+251919332455

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Simon Tesfaye posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Simon Tesfaye:

Shortcuts

Share

Category