10/07/2024
Zamano Ousman
Mucaa ciimaan garee Spain'if taphatuu kan yeroo ammaa kubbaa miilaatiin addunyaa qubtakkattii dhaaba jiruu kunii obbolessa kiyyaa kanaan lakkuu nuf dhalatee turee gafuma dhalatuu mucaan gadii hin ta'u achuman gara biyyaa Spain ittii nujalaa badee sifii Hamza Ibrahim tokko nama achii hedduu beeytaan ja'anitii nuuf barbada Maloo gatii dadhabii keessanii nii kafallatii maatii isaa kaha dhugaa irraa ergaa dhaamannee isinittii 😞😞😞
16/06/2023
Nama suutaa demuu ta'ii garuu gonkuma if ifduba hin debi'iin
21/04/2023
Alhamdulillah
Eid mubarak all Muslims the world
May the Allah Almighty open the doors of happiness for you and fulfil all your dreams.
22/03/2023
Obboloota kiyya Muslimaa kan Addunyaa irratti argamtan hundaa baga Rabbiin ji'a Rahmata ji’a ibaadaa ji'a Ramadanaatin isin gahe, Ramadaan Mubaarak.Wa Shaahru Ramadaan.❤
26/08/2022
Hulaan gammachuu takka yeroo cufamte,
kan biraattu banama,kan cufamte dhiisi kan banamte hordofi.
29/07/2022
Akkumaa yeroo waa uffattuu keessaa iffirraa ilaaltuu Yeroo haasoytuu fii ajaanda namonnii umaan irrattii yaada kennituu osoo akka titisattii utaaltee kessaa hin buunee kessaa ofirraa laaluun dirqama kun kitaaba adam miskinii
Gammachuu keetiif itti gaafatamaan
matama kee ta'uu beeki.