09/01/2022
Guyyaa har'aa sadarkaa guddinaa gara garaa hoggantoota Raayyaa Ittisa Biyyaatiif kenname keessatti Abbichuun Sadarkaa Koloneerummaa irraa gara Birgadar Jeneraalaatti ol guddata jedheen eegaa ture.Isinoo?አብቹ ዛሬ የብርጋደር ጀኔራልነት ማዕረግ ያገኛል ብዬ በተስፋ ስጠብቅ ነበር።Masaraa Mootummaa dhiisee gara Adda Waraanaatti duuluun humna waraanaa keenya gahumsa dinqisiisaan hogganee umurii torbee lama hin caalle keessatti Juuntaa likkiitti galchee Adduunyaa kan ajaa'ibsiise Abbichuun Gonfoo B/Jeneral argachuu qaba ture
01/01/2022
08/12/2021