Harambee University Abomsa Campus

Harambee University Abomsa Campus

Share

Harambee= working together = Waliin Hojjaachu

Photos from Harambee University's post 23/10/2022
23/10/2022
06/09/2022

Harambee University Wishes You Happy Ethiopian New year!

Photos from Harambee University Abomsa Campus's post 30/07/2022

Yuunvarsiitiin Harraambee barattoota sadarkaa barnootaa garaa garaan barsiisaa ture kuma 1fi 690 guyyaa har'aa eebbise.

Sirna eebbaa kanarratti Sadarkaa Pirezedaantii Itti aanaatti Qindeessaan Kilaastera Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhakiim Muluu, Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo,Abbaa Qabeenyaafi Hojii Gaggeessaa Olaanaan Yuunvarsiitii Harraambee, Obbo Fayisaa Araarsaa dabalatee hoggantoonni mootummaa fi keesssummoonni garaa garaa argamaniiru.

Yuunvarsiitiin Harraambee barattoota sadarkaa barnootaa garaa garaa Digirii jalqabaa, digirii 2ffaa fi TEVT Kaampaasiisaa Adamaa, Awaash-Luusii Affaar, Hoolotaa barsiisaa ture walumaa galatti barattoota kuma 1fi 690 guyyaa har'aa eebbiseera.

Marsaa 19ffaaf kan eebbise Yuunvarsiitiin Harraambee sadarkaa Digirii jalqabaan barattoota 336, digirii 2ffaa barattoota 198,TEVT barattoota 1,156 walumaa galatti barattoota 1,690 eebbiseera. Eeebbifamtoota kanneen keessaa 997 dubartoota jedhameera.

17/07/2022

WORLD CHAMPION ‼️ CHAMPIONSHIP RECORD ‼️

After 🥈 in London back in 2017, Tamirat Tola 🇪🇹 concludes a superb effort in the most beautiful possible way.

2:05:36 for marathon 🥇

Want your school to be the top-listed School/college in Abomsa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Website

Address


Abomsa