Madrasaa Towhiidaa Haramaayaa

Madrasaa Towhiidaa Haramaayaa Madrasaan Towhiidaa Haramaayaa magaalaa Haramaayaa araddaa 01 keessatti argama. Manni Barnoota kun kan hundaa'e bara 1992 A.L.I.

yeroo ammaa KG irraa hanga kutaa 8 ffaati.

04/06/2024
02/10/2023

Du'aaii Hawwan Afooshaa Hamiltan Ganda Waariyoo Irraa Guyyaa Arraan tanaa Madrasaa Towhiidaa Haramaayaa Dhufanii Du'aaiis Godhanii Yaadaas Kennatn Rabbiin isaanirraa Haa Jaallatu

02/10/2023

🙏🙏🙏MAASHAA ALLAAH
Hawwan Keenya Kan Afooshaa Hamiltan Ganda Waariyoo Irraa Guyyaa Arraan tanaa Haala gaarii ta'een Dhufanii Madrasaa Towhiidaa Haramaayaa Daawwatanii Nutiis Isin Cinaa jirraa Jachuudhaan Falmachaa Oolaniiru Rabbiin isaanirraa Haa Jaallatu Akkasuma Afooshaaleen Biraatiis Akka Dhufanii Hirmaatan dhaammatan

20/09/2023

Madarasan towhiida kan Maya City kuta magala Haramayaa guyya arra zaha ammatti hala kanan itti jiraa hojii isaa hojattoota fi sabilillaatin haala owwa kessa jiraa video Dhanis ni dhufna nu ega hangasitti kana wal jalaa share share godhii abbe baba adunyarra shir shir godhii ne bro right now

Madarasan towhiida kan Maya City kuta magala Haramayaa guyya arra zaha ammatti hala kanan itti jiraa hojii isaa hojjatto...
20/09/2023

Madarasan towhiida kan Maya City kuta magala Haramayaa guyya arra zaha ammatti hala kanan itti jiraa hojii isaa hojjattoota fi sabilillaatin haala owwa kessa jiraa video Dhanis ni dhufna nu ega hangasitti kana wal jalaa share share godhii abbe baba adunyarra shir shir godhii ne bro right now

▬▬▬▬▬▬▬➊. Akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne akkasuma namnis yoo rakkinaan qoramee bahe malee addunyaatti m...
15/06/2023

▬▬▬▬▬▬▬
➊. Akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne akkasuma namnis yoo rakkinaan qoramee bahe malee addunyaatti mul’achuu hin danda’u. (Konfiishiyees)

➋. Sodaa kee of keessa dhokfadhu! Dhimma biraa garuu hiriyoota keetiin mari’adhu! (Robert Luis Stevens)

➌. Sammuun keenya qaamota keenyatti amanuu dhiisuuf aangoo qaba! (Andire Morwa)

➍. Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa injifatummoo nama hundumaa caala! (Laawoo 8ffaa)

➎. Dadhabinni jireenya keessatti nama quunnamu tokko qofa. Innis waan beekuu qaban beekuu dhabuudha.
(Kanan Frederik Furar)

➏. Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan utuu hin taane, yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama. (Oliver Gold Smiz)

➐. Irra deddeebi’anii yaaluun salphina miti. Carraa gaarii ta’uu isaatu ittiin safarama.(Joorjii maatiyaas)

➑. Wanti nama beekamaa si taasisu wanta ta’uu barbaaddu taatee argamuudha. (Sokirates)

➒. Sammuun kee foddaa ati ittiin addunyaa kana ilaaltu waan ta’eef yeroo hundumaa banaa taasisi! (George Barnaad show)

➓. Namoonni dhukkubaan hin du’an, dhiphina keessa isaaniitiin malee… (Wiiliyaam Muuldan)

Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Guyyaan Beekameera.04/10/2015-----------------Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromi...
11/06/2023

Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa
Guyyaan Beekameera.
04/10/2015
-----------------
Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 05/2015 irraa eegale akka naannootti kan kennamu ta'uu, Biiroo Barnootaa Oromiyaatti Daayirektarri Qormaataafi Madaalli Barnootaa obbo Huseen Qaasiim himaniiru.
Kanuma bu'uura gochuun manneen barnootaa, barsiisotniifi maatiin barattootaa deeggarsi barattoota keenyaaf taasisaa jirtan cimee akka itti fufu gaafachaa, barattootni bara 2015 qormaata kutaa 8ffaa fudhattanis qophii barbaachisaa akka gootan Biiroon Barnootaa Oromiyaa dhamsa dabarseera.
Hub:- dabalataa yeroo dhihoo keessatti qabannee dhihanna.
Carraa Gaarii !

Address

Elemo Qilxu Road
`Alem Maya

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Madrasaa Towhiidaa Haramaayaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Madrasaa Towhiidaa Haramaayaa:

Shortcuts

Share

Category