Goddaannisa Jaalaalaa

Goddaannisa Jaalaalaa

Share

Goodaannisni jaalaalaa hin fayyuu

03/09/2020
23/05/2020

IDA'AMUUN KEESSA KOTII
Nama Rabbiin oll qabe Ollolaa fi hinafaan gadi qabu hin dandesaan.
Hinafaan ofitii amantumaa dhabbuu irra madda Wacnii siinbiroo bariis hin dhowuu namnii hinafan onnee isiin gubdee dhaga'ii Ida'amuun olitii biyyaa kaanna ceesiisuu kan danda'uu hin jiru.
Kitaaba ida'amuu BBO 3.4 bittee jadhame har'a Ajandaa midiyaa hawaasaa ta'ee kun sababa malif BBO kitaaba bittee jachun wacuun dura hubachuu qabduu wanin jadheefin qaba
Kitabaa Ida'amuu 1 calbaasiif dhiheesinee qarshii 600,000 Gurgurame sababa malif bittame yoo jetten Ijarasa sidaa Gotiichaa Qabsoo oromoo Elemoo qilxuu ijarsiisuuf bittame Kuno wan Ittii Giriisan qabarree hinqabuu
Kan Biiroon Barnoota Oromiyaa kitaaba idaa'amuu
kan biteef Manneen barnoota oromiyaa keessa jiranif mana kitaabaa galchee dhalootaaf ol kaa'uun dhaloonii seenaa Aadaa dhimma hawasummaa,Dinagdee fi siyasaa biyyaa isaanii akka barataanifii Kun wan ittii wacani fi ittii giriisaan hinqabuu jajjabeesuu malee .
BBO Kitaaba ida'amuu mil 3.4 bitte bayyinii kitabaa 11600 qofa ta'a
Oromiyaan maneen barnoota meqaa qabdii caasaa barnoota meqaa qabdii jannee osoo hin beekiin BBO mili 3.4 kitaaba ida'aami bittee jattu Baga bittee issaay maltuu garaa isiin gubee warii giriisaa jirtaan kitabaa bareesuu dhisaatii waraa ajandaa walgahii qopheefachuu hindandeenyadha .dandiin keenyaa Ida'aamuu ,Galmii keenyaa Badhaadhinaa Guratii isiin calaw irran isiif debbi'a guratii isiin calaw.

Photos from Oromia Communication Bureau's post 02/05/2020
Want your school to be the top-listed School/college in Cairo?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Cairo