Wiirtuu Barnoota Islaamaa Oromoo Biyya Masrii

Wiirtuu Barnoota Islaamaa Oromoo Biyya Masrii

Share

Wiirtuun tun barsiiftuu Diin-Islaam qofa osoo hin taane garsiiftuu karaa haqaati.

Ustaz Johar Ahmed is LIVE | TikTok 12/05/2026

Ustaz Johar Ahmed is LIVE | TikTok Kitaaba aqiidaa 5ffaa. | Check out Ustaz Johar Ahmed's LIVE streams on TikTok! Watch, follow, and discover the latest content from Ustaz Johar Ahmed.

Photos from Wiirtuu Barnoota Islaamaa Oromoo Biyya Masrii's post 12/05/2026
Photos from Wiirtuu Barnoota Islaamaa Oromoo Biyya Masrii's post 12/05/2026

Barattoota Wiirtuu Barnoota Islaamaa Oromoo Biyya Masrii Damee 2ffaa salaata Asrii
Barattoota Asriiti maashaa allaa bakkaan isin haa gahu ustaazzan galatoomaa jzk

Photos from Wiirtuu Barnoota Islaamaa Oromoo Biyya Masrii's post 21/04/2026

Galanni kan rabbii tokkichaati Miseensa keenyaa fi Barattoota keenya kan turan Haadha Imraan fi ijoollee isii baga rabbiin jireenya baqattumaa isinirraa guute.πŸ‡¨πŸ‡¦Rabbiin qubsuma gaarii isiniif haa godhu nagayaan nuuf dhaqaa

Photos from Wiirtuu Barnoota Islaamaa Oromoo Biyya Masrii's post 13/04/2026

Eeyba Barattoota Wiirtuu Barnoota Islaamaa Oromoo Biyya Masrii 2026 πŸŽ“πŸŽ“πŸŽ“πŸŽ“

13/04/2026

Eeyba Barattoota Wiirtuu Barnoota Islaamaa Oromoo Biyya Masrii

πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ‰πŸŽ“πŸŽ“πŸŽ“πŸŽ“

11/04/2026

As wr wb

Beysisa

Barattoota fi maatii Barattoota Wiirtuu Barnoota Islaamaa Oromoo Biyya Masrii hundaaf

Sagantaa eebbaa barattoota keenyaa kan arra sababa rakkoo Ifaatiin addaan citeef dhiifama guddaa gaafachaa, sagantichi guyyaa boruu Alhada sa'aa 3:00 irratti deebi'ee wirtuu keenyatti kan itti fufu ta'uu isiniin gabaasna.
Boru barattoota keenyaaf sagantaa badhaasaa fi sadarkaa waan qabnuuf, barattoonni har'a waraqaa ragaa ykn certificate fudhattanii fi kanneen hin fudhatin hundi, akkasumas maatiin barattootaa mara, kabajaa fi jaalalaan afeeramtanii jirtu.
Rakkoo arra uumameef nu ofkolchaa jechaa, boru hundi keessanuu akka nurraan hin hafne isiniin jenna.

11/04/2026

Ψ§Ω„Ψ³Ω„Ψ§Ω… ΨΉΩ„ΩŠΩƒΩ… ΩˆΨ±Ψ­Ω…Ψ© Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΩˆΨ¨Ψ±ΩƒΨ§ΨͺΩ‡

Hawaasa keenya Cairo jirtan hundaaf
In shaa Allah boruu guyyaa sabtii April 11, sagantaa Eyba Barattoota Waan qabnuuf, Zuhrii booda sa’a 1:00 PM tti akka dhuftanii qooda irraa fudhattan kabajaan isin afeerra.

Share waliif godhaa

Galatoomaa!

Want your school to be the top-listed School/college in Cairo?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Website

Address


Cairo