03/09/2025
Hunduu ni darba.
Forgive your enemy, But never forget their names!
03/09/2025
Hunduu ni darba.
02/26/2025
Mandeella kiyya naaf jabaadhu, ati anaaf qaroo kooti. Tokkicha amma 100 Rabbiin si naaf haa guddisu.
Bilisummaan ilmoo miti kan sireerra ciisanii argatan Bilisummaa namni Manati namaaf hin fidu Bilisummaa Abbaatu deemee barbaaddata. Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
jechi kun ulfa garaa baasa!!
03/30/2024
03/24/2024
Aswrwb? Mee gaaafas maal isinitti iman laata?
Obbo zaakir Abbaa Maccaafi Baaba Sheik Amin Ibro
Masjida Ansar Haara keessa teessani waan oromoo irraa maal nuuf dhaamtan laata? Isin hoo baaban waan amantaarra hoo?
Suuraan kun waa hedduu dubbata isa jarri jedhan caala inni suuraan jedhaa jiru sirritti ifa namaa galcha. Jabaan duubi jabaa yoo ta’ee dhaggeffatu waan amaana fuudhatee, eebbas dabalatee deemu fakkaata. Umurii nuuf dheeradha.
03/11/2024
Kan barana kan bara egeree isiniif haa ta’u.
11/19/2023
https://www.youtube.com/live/wgjWu22X__c?si=ENFJOACz6AhXL4nt
Oromoon hojiin wal haa dorgomuu! - Dhaamsa Jaal Marroo - Nov. 18, 2023 “Oromoon hojiin wal haa dorgomuu! Arrabaan wal hin dorgommiin.” Jaal Marroo
09/15/2023
Ishoo Guumayitti koo! Warri jimmaa buna jaallatu
Kanaaf jabanaa biraa hin kaatu.
Canaadan kana fakkatti.
| Monday | 7am - 10pm |
| Tuesday | 7am - 12:30am |
| Wednesday | 6pm - 10:30pm |
| Thursday | 6pm - 10:30pm |
| Friday | 6pm - 10:30pm |
| Saturday | 6pm - 10:30pm |