04/13/2025
ุจุณู
ุงููู ุงูุฑุญู
ู ุงูุฑุญูู
ุงูุญู
ุฏููู ุฑุจ ุงููู
ูู ูุงูุตูุงุฉ ูุงูุณูุงู
ุนูู ุฑุณูู ุงููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณููู
ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชูโ
Oduu gammachiisaa!
Obboleewwan keenna kan Muslimaa hundaaf๐
Akkumaa beekkamu Marakazni Keenna Markazul Rawdatul Jannah
Kan Barumsa karaa toora intarneettii (online accademy) aappii Zoom irratti Waggottan dherraf Hangaa yero ammatii kan Barsiisaa turuun fi ammallee barsiisaa kan jiru ta'u isaa nii Beekkamaaโ
Namnii Hawwii Barnotta qabu Marhab janne isin simatte Markazul Rawdatul Jannah Nama baratte Wallalumma kessa Bahuuf fadhii qabu hundaa kessanu simanee Barsiisuf Qophii xumuree jira isinif kotta baradha
Gosoottan Barnotta Markazul Rawdatul jannah kessatii Barsiimafu Akka Arman gadii kanatii isinif qophaha ๐
โ, Qur'an Tilawan
โ, Tafsira Qur'an Hikaa issa
โ, Kitaba Tohida
โ, Kitaba Buluga
โ, Kitaba Senna Rassulla SAW
โ, Hurufa Nuuraaniyaa [ Tajwidan] makraja
Akasuma Kitabolle Aqida Adda Addatis ni baratama
linkilee asin gadiin kana tuqxanii senu dandessan ๐๐ฝ
Watsapp
https://chat.whatsapp.com/IjpITO4Nc7p9vZLZyODZmB
Link Zoom
https://us06web.zoom.us/j/6079628051?pwd=1CZGQ3lVT2P68bnGXYMtrsB3lnjoQV.1
Kodii 1l
Carraa gaarii โค๏ธ
WhatsApp Group Invite