Urji Bage kindergarten school-روضة الأطفال أرجي بغي

Urji Bage kindergarten school-روضة الأطفال أرجي بغي

Compartilhar

aims to build educated community that faster our countries development socialy economicaly...and ...

Photos from ‎Urji Bage kindergarten school-روضة الأطفال أرجي بغي‎'s post 11/01/2023



Dhalootni barnoota malee hiika hin qabu.
Egeree keenya bu'uura cimaa irratti ijaaruuf har'a daa'imman barnoota sirnaan akka argataniif hanga dandeettii keenyaa haala mijeessuufii qabna.

Daa'imman kan warra horatee qofa miti.Boru guddatanii carraa biyya isaanii ogummaa garaagaraatiin tajaajiluu argachuuf malu waan ta'eef,isaan kunuunsanii guddisuunis kan nama hundaa/biyyaa ta'uu qaba.

Manni Barumsaa Urjiis kanuma bu'uura godhatee hundeeffame.Hundeeffama isaatiif dursa yaadatu ulfaa'ame,bu'aa ba'ii adeeemsa yeroo booda bara 2014 dhalatee tajaajila eegale.

yaada hawaasa irraa burqeen hawaasa giddu galeeffatee hawaasaaf hundaa'e.Erga barnoota eegalees hawaasaaf hundaa'uu isaa hojii qabatamaan mirkanneessee jira,fuuldurattis itti fufa.

Kanaafuu qaawwa qabus hawaasumaan duuchama jennee Sagantaa sassaabbii galii gaafa guyyaa 13/05/2015tti qabanne jirra.

Kottaa Urjii daawwadhaa,ittiin wal-baraa,hanga/waan dandeettii keessaniitiin bira dhaabbadhaa.

Namni qaamaan argamuu hin dandeenye karaa Lakk.Herrega Baankii Mana Barumsichaa (CBE)-1000437391185 URJII BAGE KINDERGARTEN SCHOOL tiin haa gargaaru.

Galatni dhaloota qaruu,firii dhaloota itti aanu keessaan nyaannu dha.

Photos from ‎Urji Bage kindergarten school-روضة الأطفال أرجي بغي‎'s post 27/09/2022



Kabajamtoota maatii barattoota mana barumsaa Urjii Baggee hundaaf

Guyyaa borii daa'imman keessan yeroo mana barumsaatti fiddan;

1.Sooftii guddaa tokko fi
2.Saamunaa guddaa tokko

qabattanii kutaa meeshaatti galii akka gootan isin beeksifna.

Galmeeffettoota haaraaf
Yeroo seensaa ganama sa'aatii 2:00 yeroon galiitii immoo galgala sa'aatii 9:30 isin hubachiifna.

Koree Mana Barumsichaa irraa!.

21/05/2022

Daa'imman beekumsaan kunuunsanii guddisuun sochii guddina biyyaaf godhamu keessatti tarkaanfii jalqabaati.

14/02/2022

Daa'imman abdii egeree biyyaati.

Photos from ‎Urji Bage kindergarten school-روضة الأطفال أرجي بغي‎'s post 15/11/2021

Namoota kaffaltii ji'aa fi gargaarsa Mana Barumsaa Oolmaa Daa'immanii Urjii Baggeetiif karaa baankiitiin gochuu barbaaddaniif Lakkoofsi herrega baankii Mana barumsichaa
1000437391185 URJII BEGE KINDER GARTEN SCHOOL irratti galii nuuf gochuu dandeessu.Keessumattuu kaffaltiin barattootaa ji'a ji'aan kaffalamu sirna yaa'iinsa maallaqa keenyaa seera faayinaansii akka eeggatuuf ji'a itti aanu(Sadaasa)irraa eegalee karaa kanaan qofa akka raawwaatamu isin hubachiifna.

شكرا
Galatoomaa
Thank you
እናመሠግናለን

14/10/2021

أه‍لا وسه‍لا ومرحبا بكم ضيوفناالكرام طبتم وطاب ممشاكم وتبوءتم من الجنة مءواكم

Photos 28/09/2021

As wr wb qophii jalqabbiii barnootaa bara 2014 mb Urjii Baggee

14/09/2021

Galmee xumurree jirra

12/09/2021

page...name

12/09/2021

page kana follow gochuun ...yaadaan wal ijaaraa biyyas haa ijaarruu

12/09/2021

aa wr wb kabajamtoota hawaasa magaalaa bagge manni barumsaa urjii Baggee page kanaan fuula fb irraatti as bahee jira ..maarree page keenya kana like fi follow gochuun ...yaada keessa comment gochuun bira dhaabbadha yaadaan nu ijaara biyyas waliin haa ijaarruu isiniin jenna galatoomaa🙏

Quer que seu escola/colégio seja a primeira Escola/colégio em Porto Alegre?

Clique aqui para requerer seu anúncio patrocinado.

Localização

Categoria

Entre em contato com a escola/colégio

Telefone

Endereço


Porto Alegre, RS