Birraa Media

Birraa Media Dhimmoota artiin wal qabatanii fi Odeeffannoo haarawa argachuuf fuula-barruu kanaan nu hordofaa.

08/07/2026

BAGA NUUN TAPHATTE... MANAWU ITTI CABSITE!
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
"Aduun bahaan baate dhihaan seente
09....Sa meeqa silkiin tee?
Haloo ja'ii koottu harargee baate
Haloo ja'ii koottu baabiilee baatee!"

👉 Waawuu..... Sirba aja'ibaati👍👍
Amma osoo isiin nutti himuu baattee, Adummaan tunuu akka bahaan baatee lixaan seentu eenyuutu dhaloota kanatti hima ture?
Dhugaa dubbachuuf artii saayinsiin deeggaramte jachuu sun akkana kunoo!
Garuu bakki 09....jatte sanilleen numa taatii, ammoo Harargee baatee fi Baabilee baatee sun biyyam akka taate naaf hin galle!🤔😔

👉 Sabooo namni kun maaliif akkanatti ifirra qabsaawa?
Silaa Nama guddaadhan waa jechuulleen safuudhaa...... Garuu aaddeen tun hoggaa nutii isii kabajnee jalaa usne maa nurraa of kabajuu diddi?😂😂

Namni tokko yeroo artii keeysa seenu, dandeeyitii fi qophii barbaachisu qabaachuu isaa hubachuun barbaachisaa dha.
Kana jachuun, Artiin nama hundaaf hin taatu, jireenyiniis artii qofaan namarraa hin jijjiiramu.

'Tole mee isiillee jaariitu itti jira ykn Goobanaa fi dhaloota itti kaati' yoo janne, warri mana muuziqaatii fi ogeeyyiin hojii tana keeyisatti hirmaatan hoo maal tahan laata? 😂😂
Tan daareektara kilippiifaa waan irraa dubbatanuu hin qabdu!😂😂😂

Hundaafuu, yaalanii kufuun yaaluu dhabuurra filatamaa dha! Goobaz👍
Baga itti dhawwaayixe.... Manwu.... Itti muddite..... Bichaa waan jannu dhabnullee haasaawa paarlamaa Itiyoopiyaa tokkorra sirba kanaatu namaaf gale. 😂😂🏃‍♀️🏃‍♀️



30/06/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Zeko Abdi, Lji Hayati

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Birraa Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share