Imiraan Naabsoo

Imiraan Naabsoo

Share

Obsaa Qabadhu Kaayoo Qabadhu karoraa Qabadhu kanaa Undaayu Raabiin gaalmaan Siifii Ghaa yo Itii Amaa

07/11/2024

Baraa Duurii nama kufee Ool kassuf ittii fiigan
Baraa kana amoo nama kufee Suura kassuf ittii fiigaan naan sobee ??? Imiraan Naabsoo Follow Gochuu hin Daagatiina

23/10/2024
16/10/2024

Ilaa Kun durii miiti lataa an baraa in bekuu?🫣😁🤪😝

26/06/2023

Namaa Kaayoo fi Gajedhee Gowaan _______? Sehaa

26/06/2023

Jireenya filatamaa jiraachuu dura
jireenya filachutuu dursa! Kana gochuuf Qormaata baay'ee kessumessuun obsaan darbarsuun dirqama jireenyati jireenya Hiika Qabu Jiraachuuf jireenyi seenaa keessattis ta'ee har'as nama filatee hin jiraatu. Namatu jireenya filatee jiraata malee, kanaaf siif galee jira yoo ta'e jireenya kee ofii dhuma keetii filadhu! Teessoon ati yeroo jaarsummaa dullomtu irra teessu yeroo dargaggummaa kee eessa dhaabbattee akka turte murteessa" jedhu kanaafuu waa'een filannoo keenyaa akkuma uffata kafana jijjirtu kan jijjiirrattuu miti Fageessanii yaaduu gaafata! Namoota addunyaa kana ajaa'ibsiisaniif jireenyi isaanii yeroo baayyee dirree filannoo fi dirree lolaa kan kaayyoon isaanii itti dhugoomte ture. Kanaaf hin sodaatin, akkasumas filannoo laga si hin ceesifnetti harka hin kennin!.

18/07/2022

As wr wb

Want your school to be the top-listed School/college in Sayyan?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Sayyan
OROMO