ONM TUBE

ONM TUBE

Share

17/8/2020

20/06/2025

15/06/2025
Instagram Photos 30/03/2025
30/03/2025
18/02/2025

angel energy 3️⃣3️⃣3️⃣

29/03/2024

Gabaasa hawaasa keeynaaf!
Dhaabbata Gargaarsaa Egereef irraa!!!
baankii Daldala Ethiyoophiyaa,Lakk herregaa 1000458144242.baankii Hujii Gamtaa Oromiyaa Lakk herr.1000091716937.tiifi baankii Hijraa Lakk herr.1000006010001 irratti deeggarsa maallaqaatiin kallattiin galii godhuun,namni Dhibba jahaafi kudha sadi (613) kan hirmaate Yoo tahu,guyyaa 21/03/2024 irraa jalqabee hanga guyyaa—28/03/24 sa’atii 10 tti birriin dhaabbata Deeggarsa Egereetti gale,birrii 3,104,673.5 Miliyoona sadihiifi kuma dhibba tokkoofi kuma afuriifi dhibba jahaafi torbaatamii sadihiifi saantima shantamadha.

Maallaqni nu biratti gale kuni Eenyurraafi eessarraa akka deeggarsi kuni argame kan marsaalee hawaasaatiifi dhaabbata keenyaatiin isinii maxxansinu yoo tahu,namoonni maqaan keessan akka nu jalaa hin maxxanfamne jettanii dhaammattan immoo,iccitiin keessan eeggamaa yoo tahu, namoonni birrii ergattanii,osoo nu bira hin gahin hafe immoo,maxxansa keenna kanarraa guyyaa galii gootaniifi hanga erggitan walitti laallachuu kan dandeettan tahuu isinii ibsina,haala adda taheen namni ni dubbisuu barbaaddan immoo, Lakk what’s up +966 50 398 4676 karaa keessaatiin akka nu dubbistan kabajaan isin gaafanna.

Ulfaadhaa galatoomaa horaa bulaa dagaagaa daraaraa atootaa ititaa! Waloomaan Walloof!
Waajjira Dhaabbata deeggarsa Egereef!

Want your school to be the top-listed School/college in Sanaa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Muaz
Sanaa