12/04/2021
Innaa Lillaahi wa'innaa Ileyhi raaji'uun sheekni An dheengadda halkan waliin turree isiniin wal barsiisee ture shek Hizbullah Muhammad Amiin "shekii Raayyaa" naannoo tigraayii dhufan osoo walgahii gumii dhimma Islaamaa torban dabre gaggeeffame osoo deebiisaa eeguudhaaf finfinnee taa'anuu koronaadhaan qabamanii guyyaa harraa fuula Rabbii isaanii deeman
Rabbi Rahmata hagodhuufiga.
29/01/2021
01/01/2021