Tokiicha alaa

Tokiicha alaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tokiicha alaa, Sanaa.

02/03/2022
05/11/2021

Wbo wabbii sabaa jabadhuu jajabee kôo

01/11/2021

Jirra hunda baacha

Tokiicha alaa Send a message to learn more

31/10/2021

Rakanee biýyaa banee biyya banee rakachu yaa rabbii nun diidii

24/10/2021

Seenaa ajaiba kan akkan gara nama
Nyatu sharè ŵalif godha obboleeyan muslima

Seenaa Mucaa Yatiimaa Tan Akkaan Na Boochifte

Mucaa yatiima Mucaa haadha hin qabne Seenaa
dhalootuma isaa irraa eegala guyyuma inni dhalate haati irraa duute, abbaan isaa fuudhee haboo isaatitti kanne, abbaan baatii 7 taa’eeti jaartii biraa fuudhe, mucaa xiqqaa amata hin guutin haboo biraa fuudhee jaarti haarayatti kenne !!

jaartiin tun amata 3 booda ijoollee lama Deetteef jaartiin tun mucaa kana arkaa isaatu hin feetu, garuu abbaan mucaa dubbii tana hin beeku,inni guyyaa hujii oolee,galgala eega inni rafee gala.
mucaan kuni xiqqaadha jaalala haadhaa tan abbaa tan ollaa barbaada,taphachiisu barbaada garuu dubbiin faallaadha, haati manaa yoggaa isa manatti garte qoonqa olfuutee gurratti iyyiti, ni baararraaysiti mucaan guyyaa guutu ala barandaa simintoo irra ta,aa oola yookaan mana duuba yoo
hirribni qabees achuma simintoo irra rafa,nyaata ijoolleen isii nyaattee irraa hafe fuuteeti hojjattuu manaatti kannitee “hoodhoo mucaa san duratti facaasi”jettiin !!

Amma mucaa umriin isaa waggaa 4 guyyaan guyyaa iidaati haati manaa hoolaa qaltee firaa fii aalii yaamtee haadhaa fi abbaa isiitis yaamtee guyyaa guutuu nyaatanii dhuganii bashannanaa oolan, mucaan arras manuma duubaa kophaa simintoo irra ta’aa oole, ruuza adii hojjattuun kanniteef nyatee beela isaa firraa gadi deebise, aduun dhiinaan namuu addaan gallaan biyyiti biyya
Cabbii tan haalaan qabbanooytu turte qabbanti tan nama dhiisi bineensa gurguddaahuu ajjeeftu turtee mucaan siminto gubbatti miidhame, osoo hollattuu
ilkeen saa waltumtuu achumaan simintoorra rafe !!

abbaan galagala sa’aa 4 galee nyaatee siree isaarratti ol bahee akkana ja,e “mucaan kiyya hoo eeysa jira”jennaan akkana jetteen “mana hojjattuun galtu isii bira rafe” jetteen innis firraa rafe osoo rafuu haati mucaa tan duute abjuun itti dhuftee akkana jetten “

ka’i muca laali”jetteen innis lafaa utaale jaartiin
akkana ja’dhe mucaan kiyya eyisa jira?” isiinis “maal akkana mucaa jechaa oolta bakka jiru siif himee usii rafi” jetteen !!

ni rafe ammas haati mucaa manaamaan dhuftee “mucaa kee laalladhu”jetteen . ammaas lafaa fiigee “mucaan kiyya hoo?”jedhe jaartiin aartee gurratti iyyitee “maal abbaa keetii hirriibarra nu baaraysaa oolta mucaa siif himee usii ciisi” jetteen, ammaas ni rafe haati mucaa ammas manaamaan itti dhuftee “mucaan kee deeme”jettee dugda itti galtee biraa kutte ammaas baaragee lafaa figee iyyee marxoo
hidhachaa “mucaa kiyya hoooooo?”jechaa mana
hojjattuu dhaqnaan hin jiru mana ijoollee laallan hin jiru barandaa hin jiru dubbiin jabaannaan warri manaa hundi barbaadutti seenan boodarra mana duuba simintoorra kan qabbanti goggoysite argan,yoo laalanuu lubbuun baatee jirti. !!

innaa lillaah wa'inna ileehi raaji’uun Rassuuli
(SAW)akkana jedhan “anaa fi namni yatiimaaf
Ufqabe akka qubni kun lamaan walitti aanutti jannata keeysatti walitti aanna”jedhan !!
Yoo yataamatti tola oolte ilmaan kee hin yataamawan hattaa yoo ati duutellee !!

By miftaahuddin abdallaa
Seenaan Tun yoo si dinqisiifte Obboleeyyan
keetiif Share godhi.

As wr wb jirra jirtu oro lij

23/10/2021

As wr wb akkam jirtu Oro koo

23/10/2021

Alkam jirtu jalatamtoota fi kabajamtoota ilmaan oroomo

Want your school to be the top-listed School/college in Sanaa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Sanaa