Mld said Awwal

Mld said Awwal

Share

Oromoon dhiiga kiyya oromoon lafee kiyya

Photos from Mld said Awwal's post 13/04/2022

Gootichi soddom booroo cibiraan odaa adoolaa /Ebela /8/2022 konkolaataa faashisti mootummaa ofiin jettu irra marsee irraa hiikkatuu beeksise jajjsbeen duratti

??

12/04/2022

Maaf turtee turtee tuqxee nama laalti dhiitamuu jaallatti amala dibbee qabdii laata gootummaa oromoota walloo hara'as shakkii qabuu laata jarri !! Osoo harkka hin dhiqatin nyaatuuf hamoommattii hara'as akkuma kaleessaa kottu nyaatta haa'barii'uu laftti reeffa sheetu lagaaf tabbrratti walirratti haramuuf jirtti gaa waggaa isheetu gahe reeffa ishee waraabessa nyaachisuu

12/04/2022

Ilmii dhiiraa maqaan baduurra mataan baduu wayya
Makmaaksa oromooti

11/04/2022

Jajjabeen duratti !!

10/04/2022

Kaarrayyu kaarra dhiiraa anis kaarrayyuu dha roorroon kaarrayyuu roorroo oromoo huddaati ?

10/04/2022

Gostti feeteeyyuu kan W30 loluuf dhufte salphina keessa galteerti
Jajjabeen duratti !!

10/04/2022

Ilmi dhiiraa sabaaf lola

Jirra jirtuu warrii keenya huddi

ABO
WBO
Wajjin fuuldurrii keenya ifaadha

Photos from Mld said Awwal's post 07/04/2022

Akkam jirtu sanyiiwan koo ilmaan oromoo martinuu

Want your school to be the top-listed School/college in Aden?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

2021
Aden
2021