From USAID to ETHIO AID
Fayyaan Faaya
It is the science of health
የባንክ SMS ስንጠብቅ ለምን የኢትዮቴሌ SMS ይበዛብናል ?
Sooramaa fi gibira mindaa irraa citu % meeqa?
03/16/2025
Qajeelfamaa fi ergaa nyaataa [Ethiopian Food based Dietary guidelines,2022] ergaawwan ijoo 11 qabu
Ergaa ijoo 1: Yoo xiqqaate keessaa filachuudhaan nyaata kee adda addaa godhi
Namni tokko nyaata hunda keessatti garee nyaataa yoo xiqqaate 4 fi guyyaa hunda garee nyaataa 6 soorachuu qaba
Qajeelfama Nyaata Irratti Bu’uureffame Itoophiyaa keessatti gareewwan nyaataa 6 tu jiru: Isaanis
1. Midhaan fi hidda ykn jirma
2. Nyaata dheedhii
3. sanyii zayitaa kan akka nuugii, talbaa..
4. Nyaata aannanii, foon, qurxummii fi hanqaaquu
5. Kuduraalee fi muduraalee
6. Cooma fi zayita
Itti fufa.......
What is Ogram task????
09/02/2023
Kana immoo hanga waggaa meeqaa eegnuree?!?
Waa'ee ka'umsa mindaa fi gibira hojjettoota irraa hir'isuu MM Abiy maal jedhan?
===============
Dhimmi ka’umsa miinda hojjettootaa (minimum wage) akka qoratamu Ministirri Muummee Abiy Ahimad aangawoota mootummaaf kallattii kaa’an.
Ministirri Muummee Abiy Ahimed bakka buutota hojjettoota Itophiyaa waliin yeroo wal arganii mari'achuu Pirezidantiin Konfedereeshinii Waldaalee Hojjettoota Itoophiyaa Obbo Kaasahuun Foolloo BBC’tti himaniiru.
Maaltu jedhame?
⬇️⬇️
https://bbc.in/45zye2T
Kan na dhibu mindaan koo amma xaafii 50Kg qofa bitu danda'a!!!!
Akkamitti tasgabbaa'ee hojii hojjedhuree ani???
Rakkoon hojjataa mootummaa haa dhagahamu!!!!!!!
08/23/2022
08/23/2022
08/09/2022
Click here to claim your Sponsored Listing.
06/16/2022