Ethio Muslim
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ
Lolaa gurra Qaba fidaa @ #
Namnii naa ........... Follow tolchaa
07/22/2025
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ
Salawaata busa Namnii Ergamaa keenya مُحَمَّد ﷺﷺ jalaatu Follow naaf tolchii
Salawaata busaﷺﷺﷺﷺ
07/20/2025
Umii namnii hadha jalaatu like shere commet Follow tolchaa
07/20/2025
As Wr Wb Nagayaa jirtuu Ummata Qashtii Follow tolchaa
07/13/2025
Itti Kadhuu mee ni argitaa
Follow naaf Tolchaa
07/04/2025
Guyya 2 Duraa Dubartiin umrin Guddoo tan lammii Araba tatee tuun TikTok keeysa demtee sadaqa kadhacha turtee live nama sentee naa wajjan xaphadha ababoo gifts naaf kana ilmoo koo Nara dhukuuba wan ittin hospital geysuu hiin qabuu jatee imimmaan harcasaa turtee yeroo San intaltii habsha takka Dubartii tana arbsiite sii wajjan gemi hiin taphadhuu Nara bahii jateen yeroo sana Dubartiin Araba tun bochee Wan gootu dhabdee kadhatee
yeroo san Dubartii Araba tanaa argee gema taphachiise lenca kaneefi nama bayyeti Onee horee namonii arii intala habsha saniif lenca bayye kananiif bayye Gamchiisani hedduu gamchuun bochee
Kuno hara waan Mubarak kaneef saniin ilmoo ishee hospitala geysuu bira kutee rashiina nyataa hunda biteefi Gamchuun Galatoffataa jirtii mashalla Allah
🥺 Namanii kenyaa hoo yoom waal Galatoffataa???
Page kana Follow godhaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Website
Address
Milwaukee, WI