Duraa pages

Duraa pages

Share

anuuduraa

12/12/2022

Akuma ittii fufetti jira har'as 11-12-2022 waaree dura sa'a 5:00 haanga 7:00tti lola cimaa waraana pp dhibboota hedduutti lakkaahaamtu waliin WBOn zoonii bahaa Cibiiraan Eleemoo qilxuu Harargee lixaa aanaa mi'eessootti gaggeesseen du'aa fi madoon adabee jira.
*kan du'e reenfa konkoolaataa 3
*madoo konkoolaataa 2 hospitaali ciroo madoodhaa ajaa'ee jira
Qawwee 5n fi hidhannoo 5 yeroof kan haallii nuuf mijatee fudhame.akkasumaas qarshii 7000 fi waantoota garaa garaa booji'un ijjiifannoo culuuluqaa galmeesisee jira

12/12/2022

Jirtuu jirra jedha

ምኒልክ አማራዊቷ ጥቁር ሰው👑 on Twitter 18/10/2022

Wollegaan hooggantoota Paartii Badhaadhina Oromoo & tiin deeggaramee OLAanotaan goolamaa & uggura itti fufee jiruun mana hidhaa & kaampii hidhaa Amaaraaf banaa ta'eera. Qulqulloonni guyyaa guyyaan itti gaafatamummaa malee qalamu. Sanyii Amaaraa

ምኒልክ አማራዊቷ ጥቁር ሰው👑 on Twitter “Wollega has become an open-air prison & concentration camp for Amharas due to ongoing siege & blockade by OLA backed by Oromo Prosperity Party leaders & . Innocents are slaughtered daily without accountability. ”

18/10/2022
Want your school to be the top-listed School/college in Khartoum?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Abuu Hamad
Khartoum