Ahmednur kemar page

Ahmednur kemar page Change the world 🌎 with Sunnah

29/03/2025

BREAKING NEWS: Eid Al Fitr 1446/2025 is tomorrow: Sunday, 30 March 2025

The Crescent for the month of Shawwal 1446 was SEEN in Saudi Arabia today subsequently tomorrow is the beginning of the month of Shawwal 1446

28/02/2025

BREAKING NEWS: The Crescent has been SEEN in Saudi Arabia.

Subsequently,

Saturday, 1st March 2025 is the beginning of the month of Ramadan

20/07/2024
13/07/2024

abbaa ulamaa'ota biyyattii keessaa ijoo kan tahan har'a akka malee dhukkubutti jira
Hadaraa du'aa'iin akka hin daganneen dhaamasa obbolummaatai
Yaa Rabbi nuuf fayyisi.

09/07/2024

Galata Rabbi naannolee garitti Roobni dhabamee ture amma garuu bokkaa bareeedaatu roobaa jira.

Hamma onneen koo si jaalatu afaan ko naaf hin ibsu Harmee ko.Ati anaaf jannata Addunyaati harmee ko umrii naaf dheeradha...
08/05/2024

Hamma onneen koo si jaalatu afaan ko naaf hin ibsu Harmee ko.
Ati anaaf jannata Addunyaati harmee ko umrii naaf dheeradha haadha ko

Sheikh koo
26/04/2024

Sheikh koo

nama jireenya isaa guutuu ilmii barsiisuu fi barachuurratti fixaa jiruudha.
Baha Oromiyaa aanaa Gooroo guutaa magaalaa Baroodaa keessati barsiisuurra jira kanaafuu namoonni sunana barachuuf fedha qabdan gara isaanii akka imaltan isinitti gabaa jenna .

Address

Riyadh

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmednur kemar page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share