Murti

Murti Alhamdulillah summa alhamdulillah yaa rabbii kiyya

25/09/2022

BAAROLLEE( TENIA VERSICOLOR)

Baarolleen dhukkuba gogaa fangasii ‘malassezia furfur’ jedhamuun kan dhufu yoo ta’u halluu gogaa namaa jijjiiruudhaan ni beekama.
MAALTU NU SAAXILA?
👉Yeroo baay’ee wantootni dhukkuba kanaaf nama saaxilan adda bahanii hin beekamani,garuu kanneen armaan gadii waliin wal qabata jedhamee yaadama.
-1..Waqtii qilleensa jiidhaa(warm season)
-2..Akka malee dafquu(hyperhydrosis)
-3..Qorichoota akka ‘glucocorticoids’ jedhaman fayyadamuu
-4..Dibataalee tokko tokko fkn ‘cocoa butter’ kan jedhaman gogaa ofiitti dibachuu
Hubadhu: gosti dhibee kanaan walfaakkatu jiraatuus, garuu Baarolleen tasumaa namaa gara namaatti hin daddarbu!!

MAALLATTOON ISAA MAAL FAAKKAATU?
-A..Jijjiirama halluu gogaa(addaachuu ykn boorachuu gogaa): hypopigmented orhyperpigmented
-B..Jijjiramni halluu gogaa kun naannoo laphee,dugda duuba, irree harkaa,gudeeda miilaa fi morma jalatti mul’ata

AKKAMIIN YAALUU DANDEENYA?
👉Baarolleen qorichoota armaan gadiitiin salphaadhumatti yaalamuu danda’a.
1.’selenium sulfide 2.5% lotion or shampoo’: Torbee tokkoof guyyaatti yeroo tokko iddoo baarolleen sun jirutti daqiiqaa 10f erga dibannee booda dhiqachuu.
2.’ketoconazole 2% cream’ : Akkuma armaan oliitti fayyadami
3.’terbinafine 1% solution’: Guyyaatti yeroo lama torbee tokkoof dibachuu
HUB: Baarolleen hanqina qulqullina dhuunfaa wajjin wal-hin qabatu!!
By Dr Jirenya .s

07/06/2022

Alhamdulillahi rabbil aalamiin

19/05/2022
Eid mubaarak Warra baranaaKan bara hedduu nuHaa godhu
02/05/2022

Eid mubaarak
Warra baranaa
Kan bara hedduu nu
Haa godhu

02/04/2022

As wr wb
Alhamdulillah
Walumaanuu
Baga geenye.

23/02/2022
16/02/2022
18/01/2022

Masha allah

Address

Riyadh

Opening Hours

Monday 5am - 7am
Tuesday 5am - 7am
Wednesday 5am - 7am
Thursday 5am - 7am
Friday 5am - 7am
Saturday 5am - 7am
Sunday 5am - 7am

Telephone

+251935789661

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share