07/04/2024
'innaa_ileyhi_Raaji'uun. π’
Fakkeenya tokkummaa fi jalaala
Hayyuun beekamaan Abbaan Nagaa
Haaji shaafii Yaasiin Gara Ganda Aakhiraa Imalaniiru.
Rabbi Rahmata isaatiin isaan Haa simatu.
α’α ααα αα’α α’ααα α«ααα !!!
α
α α αα
αα΅α¨α΅αα½ α¨α
α α α£α΅ α¨α αα΅αα΅ αα°αΆ α α£α³α½α αα
α»α α«α²α αα° α αΊα« αα°αα α αα
α ααα± ααα ααΈα α’ α αα
α°α₯α©α αα΅α α
28/03/2024
Nerash Naiker irraa galuun naf godha dorgommii irraa jiraa
Ahimadin jedhama
Barsisaa M/B Qottaarra dhalataa godina jimmaa Aana gommaatti dorgommii Kan yoon mooβe barattoota fi namoota isaan gargaruu dhabuun barnoota osoo jalaataanu Barnoota fi hojjii biroo gidduutti midhamaa jiranuf barnoota isaani irraatti akkaa xiyyeefatanufiin hojjaadha
20/03/2024
Yaa ALLAAH haajaan teenya hedduudha atummaan nufuri
- Tokko fuudha ykn jaartii gaarii barbaada
- kaaniis ilmoo barbaada
- kaaniis rizqii barbaada
- kaaniis fayyaa barbaada
- kaaniis mana kiraa keessaa bahuu barbaada
- kaaniis rakkoo keessaa bahuu barbaada
Kaaniis .......
Kaaniis.......
Rakkoon Baayyeedha
Namayyuutu RABBI haafuru.
AAMIIN Yaa_RABB Yaa_ALLAAH
02/03/2024
Amiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiin yaa allaah
12/05/2023
Namni manni isaa galgalaa as ta'uu dagate waanuma barbaade Namaan jedha! Zulmii Namarratti hojjata! Nama galgala ofii dagate Rabbi nuhin taasisin
19/02/2023
Mucaa kanaatu Aalima beekaa fi hayyuu biyya guutuu taha jedhee namni yaadu jiraa?
Ilmi namaa yoo if tuffatuu baate qallinaafi furdina ifii laaluu baatee if qopheeysee yoo tattaafate guyyaa tookko tartaa dhiiraa keesstti if numa arga.
Aalimni kun arraas lubbuun nijira Rabbiin umrii isaa haa dheereysuu
Comentii barreeysi
Mee Aalimoota biyya teenyaa keessaa eenyu sitti fakkaat?
Yaa darasaa teenya yaa barattoota diinii Rabbii barataa jirtan Aalima kana yoggaa garte akka ati waa hedduu irraa barattu akka Ati boru akka fakkaattuu fii bootaa guddaa ifii kannitu Abdiin qaba
Arraan tana foto tanarraa hamilee guddaa arkattee akka ati barnoota keetitti jabaatte bakka guddaa geessu Abdiin qab.
Kai if jijjiiri tattaafadhu baradhu hubadhu alaammadhu kaayyoo qabaadhu fuuldurri kee ifaadha sitti mullatuu qaba