23/11/2025
Beeksisa Eddoo Hojii duwwaa
Akkaadaamii Nooh Barsiisoota muuxxannoo qaban dorgomsiisee Qacaruu barbaada.
Kanaafuu barsiisoonni Ulaagaalee bahan guuttaan guyyaa beeksiifni kun bahe irraa eegalee guyyoota hoji walitti Aanan 3/sadi dokumentii Orjinaalaa fi koppii qabattanii dhiyaachuu qabdan.
Ulaagaaale
1.Dhaabbata beekamtii qabu irraa ogummaa barsiisummaatiin dippiloomaadhaan kan eebbifame/te
2. Dandeettii barbaachisaa:- muuxxannoo Hojii waggaa lamaa fi sanaa ol kan qabu.
3. Barsiisaa Afaan ingilifaa
4. Baay’ina 2
5. Afaanota sadanuu Dubbachuu, Dhaggeeffachuu, Dubbisuu fi Barreessuu kan danda’u/ttu
6. Mindaa Waliigalteedhan
7. Saala hin filatu
8. Iddoo hojii Baatuu
Teessoon keenya:- Hoteela Turistii Duuba mana Barnootaa Hawaas Wondimmuu Duraanii
ክፍት የሥራ ቦታ ማስታወቂያ
ኖህ አካዳሚ ልምድ ያላቸውን ለአንደኛ ደረጃ ት/ቤት መምህራንን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል ፡፡ ስለዚህ መስፈርቱን የምታሟሉ መምህራን ይህ ማስታወቂያ ከወጣበት ቀን ጀምሮ በተከታታይ ባሉት 5 የስራ ቀናት ውስጥ ኦርጅናል ዶክመንታችሁን እና የዶክመንታችሁን 1 ኮፒ ይዛችሁ መቅረብ ይኖርባችኋል ፡፡
መስፈርት
1. ከታወቀ የትምህርት ተቋም በዲኘሎማ የተመረቀ/ች
2. ተፈላጊ ችሎታ ሁለት ዓመት እና ከዛ በላይ የስራ ልምድ ያለው/ያላት
3. የኦሮምኛ,እንግሊዘኛ እና ሂሳብ መምህር/ት
4. ብዛት 2
5. ሶስቱንም ቋንቋ መናገር፣መስማት፣ማንበብ እና መፃፍ የሚችል/የምትችል
6. ደሞዝ በስምምነት
7. ፆታ አይለይም
8. የሥራ ቦታ ባቱ
አድራሻችን ፡- ቱሪሰት ሆቴል ጀርባ የቀድሞ ሀዋስ ወንድሙ ትምህርት ቤት
ስልክ 0919-60-61-62/0910-84-27-27