Dabbasichaa Warraa Gooroo Irreessaa

Dabbasichaa Warraa Gooroo Irreessaa Gosa Balloo Keessa Dhaladhe Booranaa Kha Guutuu Abba liibaan

Dubraa Boorana ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ
11/11/2025

Dubraa Boorana ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ

Fardaa siida dabalee๐Ÿ’ฆ๐Ÿ’ฆ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ”ฅ  โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
04/07/2025

Fardaa siida dabalee๐Ÿ’ฆ๐Ÿ’ฆ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ”ฅ โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ

Rest In Peace ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
15/06/2025

Rest In Peace ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

  for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.                                                   โค๏ธ โœ๏ธโ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆโ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”...
12/06/2025

for watch more ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†.








โค๏ธ
โœ๏ธ
โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

Eid Mubarak โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
06/06/2025

Eid Mubarak โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ

Qaxalee๐Ÿ™„
25/04/2025

Qaxalee๐Ÿ™„

EID MUBARAK โฃ๏ธ
31/03/2025

EID MUBARAK โฃ๏ธ

dorgommii walcurdaa kana koottaa like godhaf godha
28/02/2025

dorgommii walcurdaa kana koottaa like godhaf godha

WAL-CURDAA BAALLII 004..

4 DAYS TO GO! ๐Ÿ‘‹

"- Jiraa wa hingaafattuu,
Duhaa hinkaafattuu
- Ee gowwaa,
Si durii bowwaa..." mammaassa Ilmaan Orooti.

Walmorkiin hardhaa waan nama jiruuti; waan qaroo gaaddisa qortee, waan goota daangaa loltee waan dhiira waragoomtee hortee, kha beelahaa beela baasee, dheebotaa dheebuu baasee, gosa ufii dukkana keessaa baaseeti. Waan nama gubbaa jiruu. Waan nama duhee hindabrinii!

Dhaloota dabre qaabacchuun waan guddoo dansaati. Ammoo amalii nama kheennaa, jiraa ilaan argu irra khutettiin duwaa itti deebihee hingarre qofaa booha - Jiraa waljibbee, duhaa walkhiba. Jannii nama dabre qofa, qaroon nama dabre qofa, alaqaan ta gandatti galte qofa, khaamettiin niituma dhaloota qaataa culleeti. Mammaassii tokko isumaa waan jedhu, "Nama jiru hinsaadini!" ๐Ÿค”

Duuba khormaa goromsaan isanitti dheennee me takkaa hardha mammaassa khana tarkaanfannaa - "Nama jiru hagumatti saadi," ha jennuutii. Tanaafuu nama jiru kha beettu kha waan goomaa biratti beettuu haga innii gandatti galutti hineeginii ammuma tana galata himi. Dhiira ufirra khuttee gosaa wa baatee bokkuu dhayiif. Bineeyyii lafaa jettee lafee ufii lafaa khurfeessite qaabaddhi. Maan irraa qabda, suni si jirti. Nama namii hinarginillee kha atin agarte galata himiif.

Seerii khana:
1. Namuu walaloo taanaan, bifa barruu ballittiitiin (prose) taanaan, gobaa-geerarsa taanaani, weedduu taanaani, dhaaduu taanaani, akkuma isanii mirgattette gula afaan jaarroleen beettuun haga dandahu qora. Abbaan wa qore maqaa nama sunii duuba akka dansaa calkeessa.
2. Nama waan dhama qabaa gadi fidee fi nama tifoosoo/khalchaa akka dansaa guurratee ufillee jaaree GOROFF Miidiyaallee 'Followers', 'Like' fi 'Share'daretti mootumaan galata: Nama sadii filan ammallee, kha tokko yo akkami diqqaatte dubartii.
3. Yo barruun hedduun qajeeltuun ta walfakkaattu walbira dhufte ta qaraa fiixeetti angafa. Yaada muummee ammoo khoomteetti murteessa.
4. Akkuma yo cufaa jennu, waan namii dhibiin qore irraa gara galfacchuun hintaatu.
5. Saatii inqabdanii laanumaa itti chaacchaa. Deebii takkattii qoran deebii tuttuquun (editing) hintaatu.

* Walmorkiin tunin hardhuma ammuma guyyaa saafaa saatii 11:30 irraa khaatee haga halkan saatii 04:00 tti deemti. Henna Saatii Baha Afriqaa gula.

* Walmorkii tanaan duubatti abbaan shiindhee mootumaan galate Miidiyaa GOROFF irraa akkuma durii khaani badhaasa (kha muummee irratti beessisan) fudhata.
* Curdaan akkana: Content 40%, Reactions 40%, Comments 20%. (Woma cufaan duratti Dhama dubbii sunii laalanii acchiin duubatti waarii gaaddisaatti dabrani.)

- Hubaddhaa:
* Kha hardhaa gaaddisii GOROFF MEDIA! - asuma jalatti wa qora namuu.
* Nama adaala guddaa khana irra khutee, boroo duubaan wa namatti erge, womaa hillaalaniif!
* Namii baannattoo dhugaa yaalaa bahee maqaa mukh-duubaatiin ufi qarqaaree dabra jedhee itti gamuutti jiru lakkisaa.
* Deebiin Wal-Curdaa tanaa akkuma ta qaraa taani bori saafaa saatii 09:00tti baati.

* Dhaamsa:
- Yo Badhaasoon jedhe borii jalqabee Badhaasii oluma deema cimcimtaa jettutti jira, ammallee khoomteen walgaafattee nama haga ammaatii fi haga muummee waldorgommii tanaalleetti mataa kheessa jijjiruu wa herreguu malle jettee la walii galte waan jedhaatti gurra nu qole. Marroo tanaaf namuu soqoladdhaa (Dhalaa fi hariyaa teessan gara peejii khanaa yaammaddhaa! 'Like', 'Follow' fi 'Share' akka godhan itti himaa)
- Qoommii walcurdaa khana yaadii isii guddaan taphaa fi khobla biralleetti, Baalliin rophannee afaani, aadaa fi seenaa kheenna guddisuu fi mullisuu, ammallee nama khayima lafaa dhufu khana karaa qajeelaa itti akheekhuuf taate. Morkii aadaa ammoo kharaa micciiramaatiin hojjacchuun namuuyyuu hinfuutu. Nama hedduutti waan kana irraa dubbataa namii waan akkasii tolchitanilleen ta qaraa dabartee amma itti hindeebihinaa. Hujii dansaa hojjacchaa, golii dhugaa yaammaddhaa. Nama khana cufa akka innii dandeettii gugurdoo qabu inbeennaa, iluma teennalleen ya garrellee, tanaafuu jeccha khanallee fi jeccha namaalleef jettanii mooraliillee hindhabinaa!

Horaa bulaa!
Khaayoo-milkii la jenne!

Warra jilaa hoofuu!

Address

Yabelo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dabbasichaa Warraa Gooroo Irreessaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Dabbasichaa Warraa Gooroo Irreessaa:

Shortcuts

Share