Wondo TVET

Wondo TVET Wondo TVET College

Ammas akkuma itti fufeeti jira baayisaa jira hawwaasa baldhaa biraa gessuf hojeecha jira
13/05/2020

Ammas akkuma itti fufeeti jira baayisaa jira hawwaasa baldhaa biraa gessuf hojeecha jira

04/05/2020
COVID-19 waali qabaate kalaaqa meeshaa tuttuqii maale kolleejjiin BLTO Wondootti leenjistootni hojeeta.
04/05/2020

COVID-19 waali qabaate kalaaqa meeshaa tuttuqii maale kolleejjiin BLTO Wondootti leenjistootni hojeeta.

30/04/2020

Leenjistoota kolleejjii BLTO Wondoo hundaaf
Jijjiiran bara 2013 dhufee waan bituuf leenjistoonni/instraaktaroonni fedhii jijjiira barbaadan hundii hanga 03/09/2012 kuta D/G/Bul/Q/H/nama lack 1tti iyyata qaamaan dhiyeeffachuu kan dandeessan ta'u isin beeksifna

Naga wajjiin !!
Kolleejjicharraa!!

Leenjistuu nibirat mask dabaalata hawwaasan hojeechun dhibee covid 19 akka ofi irraa ittisan taasisa jirtii
27/04/2020

Leenjistuu nibirat mask dabaalata hawwaasan hojeechun dhibee covid 19 akka ofi irraa ittisan taasisa jirtii

Leenjistoota kolleejjii Wondoo hundaaf dareen dabaalata keenya kino asi gaheera.yeroo dhihoo keessatti kan xummuramu ta'...
23/04/2020

Leenjistoota kolleejjii Wondoo hundaaf dareen dabaalata keenya kino asi gaheera.yeroo dhihoo keessatti kan xummuramu ta'u isaa mulaata

Leenjistu nebrat leenjistoota KBLTO Wondootif dhibee korona ykn covid 19 irraa akka ofi eegaanif maski hojeete jirti
17/04/2020

Leenjistu nebrat leenjistoota KBLTO Wondootif dhibee korona ykn covid 19 irraa akka ofi eegaanif maski hojeete jirti

06/04/2020

Daree dabaalata aanaan nuf ijaare hanga kana gaheera

02/04/2020

Dhibbe COVID irraa Hojeetoota fi leenjistootni kolleejjii BLTO Wondoo bakka jirtaanitti ofi eegaannoo fi hubbaannoo nama hin qabnee akka gotaan kolleejjiin dhamsaa isinif dhamma

24/03/2020

Kolleejjiin BLTO Wondoo sabaaba dhibbee corona vayirasitif jechaa qulqulliina isaani hojeetoota fi wardiiyalee dabalate ofi eegaannoo gochaaru isiinis iddoo jirtaanitti ofi eegaa

Address

Wondo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wondo TVET posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share