Yaa Allah
Abdi Adem
fuula Telegraama kenyaa asumaan join godhi
👇👇👇👇
https://t.me/+4qz3kAafglM4NDJk
22/09/2025
Yakkaa Amaan
Fuulbana 12,2018 Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo-Guutuu Bulchiinsa Ganda Yakkaa Amaanitti mariin Hawaasa dhimma barnootaa:
👉Harcaatii barattootaa
👉hafiitii barattootaa
👉orraafanna barattootaa irratti Hawaasaa Ganda Yakkaa Amaan hunda kan hirmaachise bakka IG Paartii Badhaadhina Ganda Yakkaa Amaan Obbo Ahmad Mahammad fi I/A/Bu Ganda Yakkaa Amaan Obbo Masfinee Yawalasheet argamanitti Gaggeefamee jira.
Waliin BBC World Service – Reefu deeggartoota isaanii ka’aa jiran keessaa tokko ta’uun beekamtii argadheera! 🎉
14/09/2025
"Barattoota bara darbe qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoraman keessaa harki 8.4 dhibbeentaa 50fi isaa ol galmeessaniiru" Pirofeesar Birhaanuu Naggaa
Ministirri Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaa bu'aa Qormaataa Kutaa 12ffaa seensa Yuunivarsitii ilaalchisuun Miidiyaaf ibsa kennaa jiru.
Barattoota bara darbe qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoraman keessaa harki 8.4 dhibbeentaa 50fi isaa ol galmeessuus ibsan.
Barattoota miliyoona walakkaa ol qoraman keessaa kumni 48 fi dhibba 920 qabxii Yuunivarsiitii isaan galchu argachuus ibsan.
10/09/2025
Baga Bara 2017 Nagaan Xumurtanii Bara 2018 Nagaan Geessan!!!
Barri 2017 Akka Fadhees tahu darbeera nagatti!!!
Kaaniif Gaarii Kaaniif Hamaa tahuus darbe darbe darbe
Barri 2018 kan itti waan gaarii yaadde itti argattu siif haa tahu!!
Hamtuun sin argin
Gaariin sin darbin
Milkii Milkii Milkii
Bara Gaarii!!!!
Waliin ForX Entertainment LLC – Reefu deeggartoota isaanii ka’aa jiran keessaa tokko ta’uun beekamtii argadheera! 🎉
Waliin Abdi Regasa – Reefu deeggartoota isaanii ka’aa jiran keessaa tokko ta’uun beekamtii argadheera! 🎉
Click here to claim your Sponsored Listing.