Hussein Tahir

Hussein Tahir Depending on the Islamic religion knowledge

Qe'ee oromticha biyyaa gootaa, biyya bunaa, biyya dhadhaa fi dammaa, biyya sangaaf tumaalessaa Golaa gooticha Guutama Ha...
06/07/2026

Qe'ee oromticha biyyaa
gootaa, biyya bunaa, biyya dhadhaa fi dammaa, biyya sangaaf tumaalessaa Golaa gooticha Guutama Hawaas.

====Of Eeggannoo Ariifachiisaa‼️🚨====Dhiheenya kana Telegram irratti Account namoota hedduu butamaa (Hack) ta'aa jira......
12/06/2026

====Of Eeggannoo Ariifachiisaa‼️🚨====

Dhiheenya kana Telegram irratti Account namoota hedduu butamaa (Hack) ta'aa jira...

Suuraalee fi wantoota garagaraa fayyadamuun Link gama keessanitti ergu...Link san namonni ergan namoota isin hin beekne qofa osoo hin taane maqaa namoota Telegram isaa jalaa butameen hiriyaa, maatii ykn namoota dhiyoo keessanitti jiraniin isinitti ergamuu danda'a.

Link san yoo bantan Telegram keessanis haaluma saniin butamuun ergawwan fokkisoo san link waliin gara namoota contact isin qabdanii hundatti erga...

​⚠️Kanaafuu Link yeroo ammaa gama Telegram irraa isinitti ergaman kan namoota hin beeknees ta'ee kan namoota beektanii banuu irraa of qusadhaa.......
Dhaamsa kana immoo namoota biraan gahuun Telegram isaanii Virus fi haakaroota irraa baraaraa!.

I'm always with you please accept my proposal 💞...Tag your cl and Na💞
19/10/2025

I'm always with you please accept my proposal 💞...

Tag your cl and Na💞

16/04/2025

Check out kedirtahir0’s video.

12/10/2024

Check out Gaammee oro’s post.

22/08/2024
Quba qabaadhuu leenca sheeyxaanii sagaalee isaani sodaatudha Beektanii laata??SHEEK MUHAAMNAD ABBAAS JEDHAMU Maaliif jir...
14/04/2024

Quba qabaadhuu leenca sheeyxaanii sagaalee isaani sodaatudha
Beektanii laata??
SHEEK MUHAAMNAD ABBAAS JEDHAMU
Maaliif jireenyii isaa dagatama????

Mee "initiative" sanbusaa kanan maal jettu?
24/03/2024

Mee "initiative" sanbusaa kanan maal jettu?

23/03/2024

Check out Gaammee oro’s video.

Address

Adama

Telephone

+251923824662

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hussein Tahir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Hussein Tahir:

Shortcuts

Share