مركز الإسلام لتعليم القرآن

مركز الإسلام لتعليم القرآن

Share

"خيركم من تعلَّم القرآن وعلَّمه"

04/11/2025

Waamicha kana haa awwaannu!
Guyyaan boruu Guyyaa Sirna Awwaalchaa fi Salaata Janaazaa waan taheef ,akka nuuf awwaattan jenna ,haqa islaamni islaamarraa qabu keessaa tokko janaazaa isaa gaggeessuudha .
guyyaa boru Arbaa/Roobii ganama waan taheef
Warri fageenyaaf dhiheenyaa akka irratti argamtanii gaggeessaa isaani nuwalin tolchitan irra daddeebinee maqaa rabbiitiin waamicha isiniif goona. !!

Yaroon akka nuuf dhihaattan isiniin janna.

Iddoon salaanni janaazaa gamtaan wal eegee itti salaatamuus naannawa saphiyaan masjiida
taha inshaa'allaah.
Source :U/Anas

04/11/2025

Dirreen Dhawaa Nama Cimaa, Birbirsa Guddaa Sheek Abdusalaam Malkaa Barnoota Diiniifii Ammayyaa Tokko Dhabde

Ummanni Islaamaatiifii Ummanni Oromoo Barnoota Amantaatiiniis tahee Barnoota ammayyaatiin qaroomanii akka sabaatti akka mataa ol qabatan akka waan naannoo isaatti adeemaa jiru hubatu godhuu keeysatti Abbaan keenya sheek Abdusalaam Umar mullataa hujiin isaan hojjatan kan laayyotti laalamuu miti

Sheek Abdusalaam yaroo Lubbuun jiranitti Barnoota isaanii Iddoolee baayyeetti barnoota amantaaniis tahee barnoota ammayyaa biyya keeysaafii Biyya Alaa sa'uudi Arabiyaatti eega baratan booda, Odoo achi keeysa jiraachuu danda'anuu, ummata kiyyaan barsiisa, dukkana wallaalaan ummata kiyyarraa dhabamsiisa, Ifaan ifiif baradhee qabsiifadheen hawaasaafiis ibsa ,hawaasniniis akka qabsiifatan taasisa jechuun gara biyya itti dhalataniitti deebi'uun mana barnoota Madarasaa Wataritti Barnoota barsiisuu eegalanii hawaasni akka baratan taasisuun odoo ifaajjii cimaa keeysa jiranuu, Mootummaan dargii sheekkota, ulamaa'otaafii hayyoota baayyee ajjeesuun, sheekan kaan biyyaa baasee. Sheek Abdusalaam nama carraa lubbuu hafuu argatanii haala walxaxaa keeysa dabruun biyya Alaa keeysa turaniidha. Biyyoota alaa kanattiis harki dhedheeraan Dargiidhaa yaalii gara garaa taasisuus Dargummaan sunuu maayyiirratti ni kufe.

Sheek Abdusalaam yaroo dargiin kufutti Keeniyaa keeysa kan turan yoo tahu Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii (UN) Biyya Alaa Kaanadaa Ameerkaafii Awrooppaarraa biyya filadhu jennaaniin Hundaahuu hin filadhu biyyuma tiyya tan cunqursaan irraa na baase sanitti Deebi'eetiin Ummata kiyya barnootaan baradheen barsiisa jechuun nama biyya ifii filatee Dirree Dhawaa qubatee ummata Dirree Dhawaatiif ifaa Diiniifii Barnoota Ammayyaa qabsiisuudhaan Mana barnootaa Jadiidaa Lafatti gad dhaabuun Ilmaan ummataa akka fayyadaman taasisan yoo tahu, Mana barnootichaa sadarkaa isaa guddisuun maqaa isaatiis Mahad Alnuur kan moggaafame yoo tahu, joolleen ummataa akka barnoota Diiniifii Amma

13/07/2025

Qur'aana mi'aawaa Qara'uuf Qur'aana sirritti baradhu.
Qur'aana Barraan sagaleen teetiis tiyyaas tan isaaniitiis tolti.

17/09/2024

Tana ree!

fi “daangaafi birmadummaan akka eegamu deeggarsa cimsuuf” waliigaluu ibsame

Ministirri Dhimma Alaa fi hogganaan Tajaajila Tikaa Masrii Sambata Fulbaana 14, 2024 Asmaraatti argamuun ergaa Pireezidant Al-Siisii Pirezidantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqiitti kennuun mari’achuun isaanii gabaafame.

Ministira Dhimma Alaa Masrii Baadir Abdallaatii fi hogganaa Tajaajila Tikaa Waliigalaa Abbaas Kaamel ergaa haala nageenyaa fi siyaasaa naannawa Gaanfa Afrikaa ibsu akkasumas hariiroo lamaan cimsu ilaallatu Pirezidantii Eertiraaf kennuutu ibsame.

Ministirri Odeeffannoo Eertiraa Obbo Yamaana Gabramasqal aangawoonni olaanoo Masrii Sambata waaree booda Pirezidantii Eertiraa waliin wal arguun dhimma waloo fi naannawaa irratti mari’achuu isaanii X gubbaatti barreessan.

Qaamoleen lamaan ‘’dhimmoota ijoo isaan ilaallatu keessumaa , fi taatewwan waqtawaa naannawa mul’ataa jiran jabeessanii’’ mari’achuu isaanii ibsan.

Ibsa gama Masrii irraa baheen ammoo, qaamoleen lamaan Sudaan akka tasgabbooftu, akkasumas daangaafi birmadummaan Somaaliyaa akka eegamu deeggarsa cimsuun akka barbaachisu waliigaluun isaanii ibsameera.

https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/ced01370jjgo

17/05/2024
15/03/2024

Faarsee bulaan akka Waan Abiy miidhaa Oromoorra inni geysiseef hidheetti nutti himaa ture. saniif miti beekhi kaayyoo isaaf malee tan ummataa bishaan hin kaaftu isaan biratti.

Madaxweynihii h**e ee Deegaanka Soomaalida Cabdi Maxamuud Cumar, ayaa laga sii daayay xabsi ku yaalla Addis-ababa sida uu xaqiijiyay wariye Cabdiraxmaan Buux oo Ethiopia jooga.

10/03/2024

Warra Baranaa kan Bara hedduu!

Want your school to be the top-listed School/college in Adis?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Dire Dhawaa
Adis