πππ£ππππ πππππππ: π halkan leeylatul qadrii San keessatti
πππ πππππ ππππππ ππππππππ πππππ πππ πππππ !!
πππ ππππππ ππππππ ππππππππ πππππ πππ πππππ !!
πππ πππππ ππππππππ πππππ πππ πππππππ’ππ !!
πππ π ππ π‘ππππ πππππ πππππ πππ ππππππππππ’ππ !!
πππ ππππππ πππππ πππππ πππ ππππππππ’ππ !!
πππ ππππ ππππ ππππππππ πππππ πππππ πππππππ ππππππ πππ ππππ
π°πππππ π°πππππ π€² π π€² π π€²
π³π'ππ'ππ ππππ π°πππππ π°πππππ πedha!!!!
Chala Mohammed
oromoo saaba koo
Hulaan Rizqiin duraan qabdu siif haa barakattu!
Hulaan Rizqiin haarawni
siif haa banamtu
01/03/2026
Iraan gadda uffattee jirtti!
Dubbiin akka Araboonni biyya keessaa odeessan akka hin taane amma hubadhaa! Iraan gadda guyyaa 40'f labsitee jirtti.
Isiraa 'eel fi US haleellaa kanaan milkaa 'anii akka jiraniis himaa jiru π
Inni waggaa dheeraaf uummata Iraan rakkisaa ture akkuma Donald Trump jedhan galagalee uummata Iraan 'f biiftuun biliisummaa baatee jirtti π
Odeeffannoo waa 'ee lola kanaa jala bu 'ee isiniifan gabaasaa na hordofaa π
Page Segni AmanuelβοΈπ
01/03/2026
Gadhiifamee jira
πππππππ ,
https://youtube.com/c/AbdoshAliyyiiOfficial
01/03/2026
π₯°π₯°
βJabinaan dursaa jiruβ - miidiyaalee mootummaa Iraan waliin hidhata qaban
Dhaabbileen oduu fi Mehr mootummaa Iraanitti dhihoo taβan, Hogganaan Olβaanaa biyyattii Ayaatollah Ali Khamenei lubbuun jiraachuu fi βjabinaan hogganaa jiruβ jechuun gabaasan.
πQondaaltonni Iraan gabaasa Israaβel kana βwaraana xiinsammuuβ jechuun kuffisaniiru.
Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Abbaas Araqchi akka jedhanitti, Khaamenee fi preezdaantiin fayyaa gaarii keessa jiru.
Galmee warra Ramadana
kana keessa milka'uu
keessa tokko Rabbii nu
ha godhu π€²
πΉAs πΉ wr πΉ wb πΉ
πΉObbolleyyan Akkiira βοΈ π«
πΉ Yoon isin hamadhee jiraadhe
πΉ Yoon isin arrabsee jiraadhe
πΉ Yoon isin miidhe jiraadhe
πΉ Yoon isin arsee jiraadhe
πΉ Yoon isin xiiqqese jiraadhe
πΉ Yoon isin tuffadhe jiraadhe
πΉ Yoon maqaa kessan xureesse jiraadhe
πΉ Yoon waan hamtu isnitti yaade jiraadhe
Rabbumafi jechaa dhiifama naafi godhaa
β οΈ jiini ulfaataan
β οΈ jiini kabajamaan
β οΈ akkasumas jiini jaalatamaan
β οΈjiini ramadaanaa
β οΈkan seenaa jiru kun
β οΈ Dhibee kee fudhatee
β οΈ yaaddo kee fe'atee
β οΈqormaata kee baate
β οΈgadda kee sassaabate
β οΈ galma rakkina kee raase
β οΈkan siif hin maalle yaase
β οΈ hiyyumma sirraa kaase
β οΈSirra haa darbu Aamiin jedhii
Waggaa fuuldura kessan jiru kan dhufu kan nagaa baate,jaalala hammatte,furmaata qabatee isinfi haa dhufu heddun isn jalladhaa nafi jiradhaa,follow
πMiilli kee fayyaaπ¦΅
πHarki kee fayyaaπ
πGurri kee fayyaaπ
Mee daqiiqaa 1f uumaa kee galateffadhuu darbiππ₯°
"Soomanaa fi Qur'aanni gabriichaaf magantaa seenan: magantaan isaaniitiis ni qeebalamtii." Je'an Nabiin ο·Ί
Click here to claim your Sponsored Listing.