Naatoo sinboo uumamaa

29/06/2023
Follow
19/10/2022

Follow

sinboo uumamaa
07/10/2022

sinboo uumamaa

namoota si irraanfachuu barbaadan of yaadachiisuuf hin yaaliin.wanti akka yaadatamtu siif isaan gidduudha yeroo dagatamu...
26/09/2022

namoota si irraanfachuu barbaadan of yaadachiisuuf hin yaaliin.
wanti akka yaadatamtu siif isaan gidduudha yeroo dagatamudha

warra si miidhaniif hamilee hin laatiin.yommuu isaan cabdeetta siin jedhan fayyummaakee itti agarsiisi .ati isaan waliin...
19/09/2022

warra si miidhaniif hamilee hin laatiin.
yommuu isaan cabdeetta siin jedhan fayyummaakee itti agarsiisi .
ati isaan waliin Cabeera hin jedhiin .
garee faallakee deeggarte muka gooliikeetti kubbaa hin dhiitiin .

jabaadhu ittiin Mormi in moota
siin jedha n aatoon

page kana haa guddifannu
share ,invite ,follow godhaa

13/09/2022

Invite

Nagaan koottu
13/09/2022

Nagaan koottu

Naatoo Invite share
11/09/2022

Naatoo
Invite share

nagaan nuuf  koottu
06/09/2022

nagaan nuuf koottu

27/07/2022

Rakkinaaf hin rakkatiin itti jabaadhu rakkisi malee

Barri quufaa akkuma jiru Barri beela Jira ogeessa gonbisaan isaa duwwaatti hin hafne ta'e hafteen manakeetii hin dhibiin...
27/07/2022

Barri quufaa akkuma jiru
Barri beela Jira ogeessa gonbisaan isaa duwwaatti hin hafne ta'e hafteen manakeetii hin dhibiin.
Fayyaa ta'uun akkuma jiru dhukkubsachuun Jira utuu fayyaatti jirtuu dhukkubni Akka jiru beekuun karaa Isa itti cufi .

Yaalte Milkaa'uu dadhabuunkee obsaakee hin dangeessiin

Address

Sire

Telephone

+251930890838

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Naatoo sinboo uumamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Naatoo sinboo uumamaa:

Shortcuts

Share