Eebbaa Birhaanuu

Eebbaa Birhaanuu √ Asiif achi ilaalee~maafan qalbii hira
√ Galma gadi ta'een~ Dhalootaa waa hima!

πŸŒπŸŒ‘πŸŒŽ
πŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈπŸ‘οΈ

Maatii😍
09/04/2026

Maatii😍

28/01/2026

Sirni Araaraa fi Fayyina gosoota Oromoo ilmaan Tuulamaa (Jiillee) fi Arsii walitti bu’iinsa waliinii jidduutti gamaa gamanaa dhuman qorachuun erga hubatamee booda araarri marsaa xumuraa Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti Giddugala Bahaa Galma Malkaa Qoffee Magaalaa Maqiitti taasifameera...

07/01/2026

Fayyinni Oromoo Jiilleefi Arsii Gidduutti Taasifame! -Milkoofne!Copyright Β©2026 Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa ...

03/01/2026
28/10/2025

Harka fuune, hordoftoota fuul-barruu Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa, Dokimantarii Ayyaana Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 28ffaaf Giddugala Bahaa, Wiirtuu Harargee Lixaa, Konyaa Agamtii, Fulbaana 19/2018 Galma Agamtiitti kabajame daawwadhaa!

Dhaabbata Hordoftoota Amantii WaaqeffannaaπŸ™

Register - Waqefana Religion Followers Organization

20/06/2025

Tulluu dhugaa diiguf ~Yoo wal geesses bakka raqaatti.
Dhaloonni harka hin kannatu~deemaa galaa makaatti
Of tullummaa akka Abashaa~Natuu siif beeka sanaa
Ashumatti deefadhu~yaada dullumaa kanaa🀭🀐

Address

Ambo
Shewa

Telephone

+251947467247

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Eebbaa Birhaanuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Eebbaa Birhaanuu:

Shortcuts

Share

Category