Oromia Press

Oromia Press hundaa ol humna kan qabu dhugaadha. dhugaa ofiif qabsa'uun, du'uun, falmachuun immoo sirriidha

26/04/2026

badhaadhinni hidhuu hin danda'u. lachuu biyya kana irratti ilaalcha wal fakkaata qabu. xoophiyaa dullattii ijaaru fedhu

26/04/2026

dhaabni hunduu icciiti dhokataa fi mul'ataa qaba. Icciiti dhokataa miseensa isaani tokkoo macheesseen gaafadhe. tokko odoo hin hanbisiin natti hime

26/04/2026

faarse bulaan walakkaan ishii walakkaan ishii immoo doofaadha.

oromoon kun 1ffaadha. emphaayera xoophiyaa kanatu marmaratee irra taa'e malee. Republic of Oromia is
26/04/2026

oromoon kun 1ffaadha. emphaayera xoophiyaa kanatu marmaratee irra taa'e malee. Republic of Oromia is

gaafa obsi namaa dhume, murtee akkasii nama fudhachiisa. dhiirti garaa kutate kophaa masaraa adiitti gobaa cabse. hoogan...
26/04/2026

gaafa obsi namaa dhume, murtee akkasii nama fudhachiisa. dhiirti garaa kutate kophaa masaraa adiitti gobaa cabse. hooganaa white house dhabamsiisuf yaale. hin tasaakane malee.

faarse bulaan doofadha. wanti ishiin edit gootu kun xiqqoo dhumallee foormi hin qabu.  waalaaltu callaatu wal gahe.
25/04/2026

faarse bulaan doofadha. wanti ishiin edit gootu kun xiqqoo dhumallee foormi hin qabu. waalaaltu callaatu wal gahe.

Qabameera jedhan. inni mana hidhaa isaa taa'e qarshii isaa M17.2 fayadama. kabinee fi kaadireen isa ergachaa turte immoo...
15/04/2026

Qabameera jedhan. inni mana hidhaa isaa taa'e qarshii isaa M17.2 fayadama. kabinee fi kaadireen isa ergachaa turte immoo guyyaa guyyaan bittee gaafatti. warra inni ajjeese fi waraanetu umurii guutu rakkate

14/04/2026

amma qabdi jedhamaa? biyyi tun dura harka milishaatti har'a immoo harka gangistarii irratti kufte kaa

badii wayii. maallaqaaf jecha awaalcha namaa diigdiim.
06/04/2026

badii wayii. maallaqaaf jecha awaalcha namaa diigdiim.

bu'aa bitootessa 24 tokko tokko xaafa mee. 1. qaala'insa jireenya.2. salphachuu saba oromoo3. walitti bu'insa biyyoota o...
03/04/2026

bu'aa bitootessa 24 tokko tokko xaafa mee.
1. qaala'insa jireenya.
2. salphachuu saba oromoo
3. walitti bu'insa biyyoota ollaa
4. du'aati hayyoota fi artistoota bebbeekamoo
5. hojii dhabdummaa....

mangiftii kan biraa๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€ odoo jennuu kabineen pasterii simachuun  sirri miti
03/04/2026

mangiftii kan biraa๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€ odoo jennuu kabineen pasterii simachuun sirri miti

namni sagalee nama dhunfayyuu sodaate obbo   hidhaati baasu dide, sagalee qawwee callisiiisa jedhee hin yaadu.   erga dh...
31/03/2026

namni sagalee nama dhunfayyuu sodaate obbo hidhaati baasu dide, sagalee qawwee callisiiisa jedhee hin yaadu. erga dhaadannoo shushumburii wayii qabatee as bahee bubbuleesa. dhaadannoo isaa gara gochaatti odoo jijjiire waan gaaridha. sagalee qawwee calliisisuuf gaffii qawwee nama kaasiseef deebi deebisuu ykn debisiisuu fala dansaadha. hidhamtoota siyaasa mana hidhaati hiksisuun jalqabbii gaari ta'uu mala. booda isa kaan itti deemtu. sana caala yaaduma wacaa fi baajeta qisaasessaa oolun gaari miti.

Address

Finfinnee
Shewa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Oromia Press:

Shortcuts

Share