Iqra'a Qur'an Education center

Iqra'a Qur'an Education center this page is only help for learning and teaching

09/07/2022
09/07/2022

تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال وكل عام وانتم بخير وصحه وسلامه

08/07/2022

Markaz Iqra'a

08/07/2022

Baga jala bultii guyyaa iidaladhaatiin
Nu gahee isiniin gahe
Iid mubaarak
Wirtuu Barnoota Qur'aanaa Hifzii fi Tarbiyaa Islaamaa Iqra'a shaashamannee

07/07/2022

Maatii barattoota markaza Iqra'a tiif
Akkasumas
Ummata muslimaa hundaa
Baga rabbiin jala bultii guyyaa gudaa Arafaa ka rabbiin yoomalhajjilakbar jedheen nu gahe
Bara itti aanu nuuf isinillee rabbiin achi haa dhaabu

07/07/2022

يوم التروية

Qur'aanni madda qaroominaatBu'uura barnoota hundaatAgarsiisa fuulduraatBeekumsa ganda lamaatDaawwitii ilma namaatiHubach...
07/07/2022

Qur'aanni madda qaroominaat
Bu'uura barnoota hundaat
Agarsiisa fuulduraat
Beekumsa ganda lamaat
Daawwitii ilma namaati
Hubachiisa dhalootaat
Qur'aanni

Faayidaa Qur'aanaa gaafa qiyaamaatti
06/07/2022

Faayidaa Qur'aanaa gaafa qiyaamaatti

06/07/2022

Ilmaan Qur'aana qaraate waan biraa akka salphatti baratti

Qu'aanun kariim
06/07/2022

Qu'aanun kariim

06/07/2022

Yaa Rabbi hajjii bara dhufuu

25/06/2022

Wirtuu Barnoota Qur'aanaa Hifzii fi Tarbiyaa Islaamaa Iqra'a shaashamannee

Address

On 81 Road Near Global Medium Clinic
Shashemene

Telephone

+251916871707

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Iqra'a Qur'an Education center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category